COVID-19 FI FAAYIDAAWWAN...

Post on 22-Jul-2020

5 views 0 download

Transcript of COVID-19 FI FAAYIDAAWWAN...

COVID-19 FI FAAYIDAAWWAN HOJII-DHABDUMMAAYoo ka’uun vaayirasii koronaa (COVID-19) dandeettii hojeechuu kee miidheera ta’ee, faayidaawwan hojii-dhabdootaaf kennamu yookiin Kaffaltii eeyyamaa yaalaa maatiif kennamu nii argaata.

Kanneen armaan gadii keessaa tokkoon isaanii kan si mudatan yoo ta’e, ragaa gahaa ta’u malu.

Faayidaawwaniif karaa www.esd.wa.gov yookiin 800-318-3022 gaafadhaa

Gorsa Seera Bilisaa Argaachuf, Unemployment Law Project (Piroojeektii Hojii-dhabdummaa) Seera Qunnamaa

1-888-441-9178206-441-9178509-624-9178

unemploymentlawproject.org

Afaan hundaaf hiikaa bilisaa ni argattu

Qofaati-ofbaasuu yookiin qofummaa

Dhukkubi yookiin dhukkubi miseensa

maatii keessa

Mindeessaa irraa hojiin yeroo gabaabaaf adda

cituu

Mindeessaan sa’aatii hojii hir’isuu

yookiin cufuu