COVID-19 FI FAAYIDAAWWAN...

1
COVID-19 FI FAAYIDAAWWAN HOJII-DHABDUMMAA Yoo ka’uun vaayirasii koronaa (COVID-19) dandeettii hojeechuu kee miidheera ta’ee, faayidaawwan hojii-dhabdootaaf kennamu yookiin Kaffaltii eeyyamaa yaalaa maatiif kennamu nii argaata. Kanneen armaan gadii keessaa tokkoon isaanii kan si mudatan yoo ta’e, ragaa gahaa ta’u malu. Faayidaawwaniif karaa www.esd.wa.gov yookiin 800-318-3022 gaafadhaa Gorsa Seera Bilisaa Argaachuf, Unemployment Law Project (Piroojeektii Hojii-dhabdummaa) Seera Qunnamaa 1-888-441-9178 206-441-9178 509-624-9178 unemploymentlawproject.org Afaan hundaaf hiikaa bilisaa ni argattu Qofaati-ofbaasuu yookiin qofummaa Dhukkubi yookiin dhukkubi miseensa maatii keessa Mindeessaa irraa hojiin yeroo gabaabaaf adda cituu Mindeessaan sa’aatii hojii hir’isuu yookiin cufuu

Transcript of COVID-19 FI FAAYIDAAWWAN...

Page 1: COVID-19 FI FAAYIDAAWWAN HOJII-DHABDUMMAAunemploymentlawproject.org/wp-content/uploads/2020/05/covid-oromo.pdfCOVID-19 FI FAAYIDAAWWAN HOJII-DHABDUMMAA Yoo ka’uun vaayirasii koronaa

COVID-19 FI FAAYIDAAWWAN HOJII-DHABDUMMAAYoo ka’uun vaayirasii koronaa (COVID-19) dandeettii hojeechuu kee miidheera ta’ee, faayidaawwan hojii-dhabdootaaf kennamu yookiin Kaffaltii eeyyamaa yaalaa maatiif kennamu nii argaata.

Kanneen armaan gadii keessaa tokkoon isaanii kan si mudatan yoo ta’e, ragaa gahaa ta’u malu.

Faayidaawwaniif karaa www.esd.wa.gov yookiin 800-318-3022 gaafadhaa

Gorsa Seera Bilisaa Argaachuf, Unemployment Law Project (Piroojeektii Hojii-dhabdummaa) Seera Qunnamaa

1-888-441-9178206-441-9178509-624-9178

unemploymentlawproject.org

Afaan hundaaf hiikaa bilisaa ni argattu

Qofaati-ofbaasuu yookiin qofummaa

Dhukkubi yookiin dhukkubi miseensa

maatii keessa

Mindeessaa irraa hojiin yeroo gabaabaaf adda

cituu

Mindeessaan sa’aatii hojii hir’isuu

yookiin cufuu