YOMMUU INNI LOLA’U… - your.kingcounty.gov · Pirojektii jalqabuun dura yookiin ijaarsa...

2
Meeshaalee Mi’a Yeroo-balaa TakeWinterByStorm.org irratti gorsawwanii fi tarreewwan dabalataa argadhu Waraqaa irra-deebifamuun hojiirra oolfamerratti kan maxxansame. Maaloo irra-deebisuun hojiirra oolchi. 1510_4996m_floodupdateBRO15-16_GenCombined.ai Deebitee mana keetti galuu keetiin dura, miidhaawwan waan-caasaa, dhimmuuwwan gaazii, yaa’awwan humna-elektirikii sirrii hin taane, fi shuboowwan haguuggiin irra ka’e jiraachuu maluuf of eeggannoo taasisi. 2 3 4 5 6 7 8 1 Itti fayyadamuu keetiin dura ogeessi iddoo sirna waan-fayyadama humna-elektirikii keetii, meeshawwan-sookettii, fi meeshaalee naga-qabeessummaadhaaf akka caqasu taasisi. Gaazichi deebi’ee akka banamu taasisuuf kampanii gaazichaa waami. Qodaawwan mana-keessaa, nyaata, dhiyeessii bishaanii, fi meeshaalee nagummaadhaan qulqulleessuuf sirna-adeemsaawwanii hordofi. Dhabdeewwan kee galmeessi. Miidhamawwan footoo kaasi akkasumas baasiiwwan suphaa galmeessi. Iyyannoowwan dhabdee lolaatiif ejentii inshuraansii keetii qunnami. Mana kee keessatti yookiin caasaa miidhamerratti qabxii olaanaa iddoo bishaan ga’e mallattoo itti godhi. Kutaalee-manaa kanneen lafa-jalaa lolaan irra bu’ee haala-suutaan gad-yaasi (guyyaatti hanga tokko-sadaffaa bishaanichaa) kunis miidhama waan-caasaa ittisuudhaaf. Keeshaawwan-biyyee haala-sirriin kaasi akkasumas gati. Gargaarsa balaa fi adeemsawwan galmeetiif waan-haarawa jiru baruuf dhiyeessiwwan oduu naannoo keetii caqasi. BOODA Itti-gaaffatamummaadhaan ijaari. Dirricha-lolaa keessatti ijaarsi kamiyyu eeyyama barbaachisa. Ijaarsi haaraan, suphaawwan gamoo, daballiiwwan, qofforuun, sirreessuun, guutuun, yookiin qabeenya keetti jijjiiramni kamillee eeyyama-argachuu qaba akkasumas sadarkaawwan qajeelchawwan bulchiinsa dirree-lolaa hawaasa kee keessaa hordofuu qaba. Suphaawwan kamiyyu yookiin fooyyessiiwwan gamoowwan dirricha-lolaa keessaa kanneen gatiisaaniirra persentii 50 ‘n caalan akka ol-kaafaman yookiin lolaarraa-bilisa akka ta’anitu irraa barbaadama. Itti-gaaffatamummaan ijaaruun namoonni fi gamoowwan irra-caalaatti lolaarraa nagaa akka ta’an mirkaneessa. Qajeelchiwwan bulchiinsa dirree-lolaa dhiibbaa tokko-tokkoo ijaarsaa qabeenyawwan kanneen biroorratti qabu hir’isuudhaan naannolee lolaatti-saaxilamoo keenya kanneen achi jiraataniifii hojjetan hundumaaf akka isaan balaafamoo hin taane taasisa. Pirojektii jalqabuun dura yookiin ijaarsa seeraan-alaa gabaasuuf, ejensii kenna-eeyyamaa bulchiinsa naannoo keetii yookiin Dippaartimentii Kenna-Eyyamaa fi Gulaallii Waan-naannoo King County (King County Department of Permitting and Environmental Review) 206-296-6600 ‘tiin qunnami yookiin kingcounty.gov/permits caqasi. Naannolee lolaan itti lola’e keessa lukaan hin deemiin, miila-qullaa hin deemiin, yookiin hin konkolaachisiin. Dudduuba galagali. Hin liqimsamiin. Naannolee lolaan itti lola’e keessatti konkolaataan kee yoo tasaan-dhaabate, hanga dandeessetti dafiitii dhiisii deemi. Karaa irra-dhufteerra nagummaatti dudduuba deebi’i. Odeeffannoo haalawwanii fi raagawwan lolaatiif Wiirtuu Akeekkachiisa Lolaa King County (King County Flood Warning Center) waami. 2 3 4 5 1 Abbootii aangoorraa beeksisa gadhiisanii-deemuutiif qophaa’aa ta’i. Gadhiisanii-deemuun yoo gorfame, hatattamaan raawwadhu. Karaawwan gadhiisanii-deemuu gorsaman hordofi, kunis karaawwan-qaxxaamuraa tarii cufamuu waan danda’aniif. Sababii bishaaniwwan haala-ariitiin ol-ka’aa deemuuf mana kee yookiin gamoo haala-nagaatiin gadhiistee deemuu yoo hin dandeenye ta’e, gargaarsaaf gara 911 ‘tti bilbili. Achiin boodas gara darbii olaanutti yookiin baaxii manaatti ol-deemi. Uffata ho’aa, haala-qilleensaarraa bilisa ta’e, ibsaa-baatirii, bilbila mobaayilii fi raadiyoo fudhatamamee deemamuu danda’u of biratti fudhu. Yommuu lolaan dafee-dhufaa jiru, garuu yoo yeroon eeyyame qofa: • To’attuu gaazii keetii isa ijoo cufi. • Gamoo kee keessatti iddoo bantuu/cuftuu guddichaatti tajaajilawwan hunda cufi. Naannoo gogaa keessa yookiin kopheewwan soolii-pilaastikii itti godhamanii fi gaawuntii pilaastikii ofitti kaawwattee muka gogaa ta’e irra dhaabbachaa jirta yoo ta’e malee meeshaa elektirii kamiyyu harkaan hin tuqiin. • Istaatistiksii lolaa kanneen akka yeroo, dubbisa safartuu, fi ol-ka’insawwan lolaa naannoo hubannaa waan lolaa ollaa keetiitii fayyadama gara fuulduraatiif galmeessi. Mana keetti yookiin bakka-hojiitti dow’iiwwan murtaa’oo ta’an itti dabali. YOMMUU-SANA 6 1 Balaafama lolaa keetii beeki. Barruun-oduu kun poostaan siif ergameera yoo ta’e, manni yookiin qabeenyi kee dirree-lolaa keessa yookiin cinaadha. kingcounty.gov/floodmaps irratti dabalataan baradhu yookiin 206-477-4727 ‘tti bilbili. 2 Inshuraansii lolaa biti. Inshuraansiin baratamaa kannneen mana-qabanii dhabinsa lolaatiin qaqqabe hin hammatu, akkasumas danbiiwwan inshuraansii lolaa haaraa irratti yeroon eeggachuu kan guyyaa-30 jiraachuu ni danda’a. floodsmart.gov ‘tti dabalataan baradhu yookiin 800-427-4661 ‘tti bilbili. 3 Ofii keefii maatii kee eegi. Maatiif, qonnaaf, yookiin daldalaaf karoorawwan yeroo-balaa haaromsi akkasumas miseensonni maatii yoo adda ba’an iddoo walga’ii filadhu. • Mana kee yookiin daldala kee irraa gara lafa ol-ka’aatti kan deemsisu karaawwan hedduu bari. • Mana kee yookiin qabeenyaa kee eeguudhaaf keeshaawwan-biyyee fayyadami (iddoowwan tolaan hiraniif kaartaa keessaa ilaali). Toorawwan-bilbilaa kan naannoo qabamoo yoo ta’aniif odeeffannoodhaaf bilbiluuf hiriyyaa yookiin fira mootummaa-naannootiin-alaa filadhu. • Mi’a yeroo-balaa walitti-qabadhu (armaan gaditti ilaali). • Waa’ee qophaa’ummaa lolaa, muuxannoowwan yeroo darbanii, fi gargaarsa addaa kamiyyu siif yookiin isaaniif barbaachisuutiif ollaawwan waliin dudubbadhu. 4 Balaafamoowwan lolaa irraa qabeenya keetii fi beeyladoota-manaa kee eegi. • Haala akkamiitiinii fi yoom konkolaataawwan, meeshaalee, horii-manaa (saawwan), yookiin beeyladoota-manaa gara lafa ol-ka’aatti akka deemsiftu addaan baafadhu. • Waantota gati-qabeeyyii fi keemikaalota mana-keessaa sirriiwwan lolaa olitti kuusi. • Gaaniiwwan piropeenii fi kuustuuwwan boba’oo kanneen biroo hihidhi akkasumas nagummaan-qabi. • Bishaaniwwan lolaa baattuuwwan balfa-dhangala’oo keessatti akka ol hin dachaasne ittisuudhaaf ujummoowwan-guguddoo balfa-dhangala’oo ijaaruu keessatti meeshaa-to’attuuwwan galchi. • Baattuuwwan balfa-dhangala’oo daandii, tajaajilawwan qulqulleessa-buubbee, fi tajaajilawwan kara-yaa’awwanii baalawwanii fi irra-haftee balfaa irraa bilisa taasisuun eegi. Gochaawwan kunniin qabeenya kee ni eegu akkasumas laggeenii fi deemsawwan bishaanii qulqulluu taasisu. • Dhagaa-baatirii yookiin raadiyoo meeshaa kiraankii-harkaatiin hojjettu fi dhagaawwan-baatirii dabalataa • Meeshalee waan-gargaarsa jalqabaa fi fiishkaa • Baatirii-ibsaa dhagaa-baatirii dabalataa waliin • Kooppiiwwan dookumentoota faayida-qabeeyyii borsaa pilaastikii keessatti (eeyyama konkolaachisuu, odeeffannoo inshuraansii fi baankii, fi odeeffannoo qunnamtii) • Maatii keetii fi beeyladoota keetiif nyaata guyyoota hedduuf bishaan hin balleessinee fi kan hin yaranne. • Uffata ho’u, kopheewwan/bottiiwwan jajjabaatoo, fi uffatawwan-qorraa • Meeshalee qulqullina dhuunfaa fi eegumsa-fayyaa • Qorichawwan ajajaa • Waantota kunuunsaa daa’immaniif (uffata-qorraa, kitaabota, meeshalee taphaa) • Chaarjeroota bilbila mobaayilii King County keessatti akeekkachiisawwan sirnawwan lagaa adda addaatiif galmaa’uudhaaf kingcounty.gov/flood ilaali GALMAA’I AKEEKKACHIISA WWANIIF GARGAARSI SI BARBAACHISAA? 206-477-4727 ‘tti bilbili kunis qabeenya caqasuudhaaf gargaarsi yoo si barbaachise, qabeenyi kee dirree-lolaa keessa ta’uusaa mirkaneessuun yoo si barbaachise, yookiin waa’ee raggaasisawwan ol-ka’insaa odeeffannoo dabalataa yoo barbaadde. YOMMUU INNI LOLA’U… Qophaa’i! Waa’ee lolaa odeeffannoo gad-fageenyaa kingcounty.gov/floodservices irratti argadhu. Garee Dafee-ga’aa King County (King County's Strike Team): duula hatattamaa namoota, qabeenyaa fi naannicha eeguudhaaf. Gareen Dafee-ga’aa King County (King County's Strike Team) bara 2017 kan dhaabbatedha innis yeroo taateewwan lolaa tajaajilawwan ittisa lolaa miidhaman ariitiidhaan suphuudhaaf, kunis dursisiisawwan Aanaa To’annoo Lolaa King County kanneen biroo irratti dhiibbaa otoo hin qaqqabsiisiin. Waggoota lama darban keessatti Gareen Dafee-ga’aan kun pirojektiiwwan suphaa murteessoo kudha-lama tilmaamaan baasii miliyoonii $2.5 ‘tiin xummureera. Yeroo waggaa darbeetti, Gareen Dafee-ga’aan kun tajaajilawwan eegumsa lolaatti suphaawwan shan caasesseera, eeyyameera akkasumas ijaareera. Waggicha kana darberratti, pirojektiin yeroo-balaa kan ja’affaa adda-baafameera. Gareen Dafee-ga’aa kun pirojektii caasessuuf haala-olaanaan dalage akkasumas ijaarsa yeroo-balaa kan Fulbaana 2018 xummurameef Injineeroota Gareewwan Humna-waraanaa Ameerikaa Kaabaa (U.S. Army Corps of Engineers) irraa eeyyama fudhateera. Eegumsaa fi bulchiinsa dirree-lolaa waan-hunda hammate Pirojektiiwwanii fi sagantaawwan eegumsa lolaa baajateessuu fi to’achuudhaan, Aanaan To’annoo Lolaa King County fayyaa fi nageenya uummataa, wiirtuuwwan diinagdee naannoo, qabeenyawwanii fi buusaalee-daddabarsoo kan uummataa fi dhuunfaa ni eega. Waa’ee hojii Aanaa To’annoo Lolaa kanaa dabalataan barachuuf maaloo kingcountyfloodcontrol.org ilaali. LOLAADHAAF QOPHAA’AA TA’I 2019 KING COUNTY KEESSATTI QOPHUMMAA LOLAATIIF QAJEELCHA KEE 516 Third Ave. Room 1200 • Seattle WA 98104 Filannoon Bifa kan biraa ni Argama 206-477-4812 (Dabarsa-ergaa TTY: 711) Heloo! KING COUNTY BILISA TAASISI APPILIKEESHINII-SOFTIWEERII AKEEKKACHIISA LOLAA Appilikeeshinii-softiweerii Akeekkachiisa Lolaa King County (King County Flood Warning app) kan tolaa kan yaa’awwan lagaa, odeeffannoo sadarkaa lagaa, fi raagawwan, dabalataanis sadarkaawwan lolaa yeroo-sirrii kan yeroo ammaa kan agarsiisu gad-fe’achuudhaan odeeffannoo lolaa yeroo-sirrii bilbila mobaayilii kee irratti argadhu. Giraafiwwan odeeffannoo lagaa raagawwan kan guyyaa hedduu ilaaluudhaaf salphaa taasisu. WAAN JIRU BARI BILBILA, ERGAA BARREEFFAMAA YOOKIIN IMEELII Akeekkachiisawwan lolaa atoomaatikii kan tolaatiif galmaa’i. Lagaa fi sadarkaa lolaatiin akeekkachiisawwan akka feetetti filachuu ni dandeessa. AKEEKKACHIISA! KING COUNTY LOLAA kingcounty.gov/flood yookiin 206-477-4899 ‘tti bilbili NU HORDOFI! @KCFloodDistrict fi @KCDNRP ‘tiin Twitter irratti fi King County Water and Land Resources Division (@KCWLRD) ‘tiin Facebook irratti KAARTAA LAGGEEN KING COUNTY Materiales traducidos y servicios de intérprete están disponible bajo solicitud: 206-477-4812; TTY: 711. Barruu kana poostaadhaan kan fudhachaa jirtu yoo taate, manni kee yookiin qabeenyi kee dirree-lolaa keessa yookiin cinaadha. Nagummaa fi Qophummaa Lolaa Ergaa King County irraa Aanaa To’annoo Lolaa Gadda balaa uumamaa waliin wal-qabateef namni kamiyyu ofirraa-ittisaa miti. Iddoo fageenyaarratti argaa jiraachuu ta’us, hawaasa ollaa deeggaruudhaan ta’us, yookiin ammoo deebii kennuudhaaf humnuma ofii sassaabbachuudhaan ta’ullee. Ofii kee, maatii kee, fi qabeenya kee eeguudhaaf ammattillee of qopheessuun waantota baay’ee sasalphoo fi wanneen baay’ee gaggaarii ati gochuu dandeessu keessaa isa tokkodha Aanaan To’annoo Lolaa King County(Aanaan) (The King County Flood Control District (District)) isa kana sirruma gochuudhaaf leecalloowwan hedduu kennuun ni gargaara. King County keessattii fi Ameerikaa Kaabaa keessatti lolaan irra caalaan balaa uumamaa isa baratamaa ta’usaa ni beektaa? Irra-jireessaan yeroo-kamittiyyu uumamuu ni danda’a akkasumas bishaan sirruma inchiiwwan muraasniyyu miidhaa-qaqqabsiisaa fi gatii-baasisaa ta’uu ni danda’a. Dhiibbaawwan lolaa xiqqoo irraa kaasee hanga cimaa, balaafamaa, fi balleessaatti jiraachuu ni danda’a. Miidhaan baay’ee olaanaa fi du’uuniyyu uumamuu ni danda’a, karaawwan geejjibaa fi tajaajilliwwan waantota fayyadamamnuu tarii jejjeeqamuu ni danda’u, akkasumas miidhaan manattii fi daldalawwan irra ga’u doolarota kumaatamaan lakkaa’aman baasisuu ni danda’a. Aanichi saaxilamawwan lolaa ittisuuf, pirojektiiwwan nageenya uummataa baajateessuuf fi Wiirtuu Akeekkachiisa Lolaa King County (King County Flood Warning Center) deeggaruuf ni hojjeta. Namoonni taateewwan lolaadhaaf akka qophaa’aniif gocha akka taasisaniif gargaaruudhaaf nuti odeeffannoo fi leecalloowwan kanneen akka barruu kanaa ni kennina. Maaloo odeeffannoowwan faayida-qabeeyyii kanneen gulaaluuf daqiiqaawwan muraasa fudhu akkasumas gorsawwan ijoo kanneen mee yaadatti qalbeeffadhu: Rakkoo-saaxilamuu lolaa keetii beeki kingcounty.gov/floodmaps ilaaluudhaan akkasumas “iMap floodplain boundaries” naannessitee caqasuudhaan yookiin 206-477-4727 ‘tti bilbiluudhaan rakkoo-saaxilamuu iddoo jiraattuu, itti hojjettuu yookiin yeroo mara itti imaltuu qoradhu. Of akeekkadhu! Akeekkachiisawwan Lolaa King County (King County Flood Alerts) ‘dhaaf galmaa’uudhaan akkasumas Appilikeeshinii-softiweerii Akeekkachiisa Lolaa King County (King County Flood Warning App) teessoo kingcounty.gov/flood irraa gad-fe’achuudhaan akeekkachiisa lolaa dursaa fi odeeffannoo lolaa yeroo-sirrii argadhu. Inshuraansii lolaa keessatti investii gochuu caqasi. Inshuraansiin kanneen mana-qabanii fi kireeffattootaa baratamaan miidhaa lolaa hin hammatu, akkasumas dambiiwwan inshuraansii lolaa haarawaaf hojiirra oolchuudhaaf guyyoota 30 fudhachuu ni danda’a. Boodatti hin harkifatiin, dabalataan barachuu fi ejentii inshuraansii argachuudhaaf floodsmart.gov ilaali. Dudduuba galagali. Hin liqimsamiin. Bishaan-lolaa keessa yoomiyyu hin adeemiin yookiin hin konkolaachisiin. Jalli bishaanii konkolaataa daandii irraa furguggeessuu ni danda’a akkasumas hangi inchiiwwan ja’aa miilarraa nama kaasuu ni danda’a. Liqimsamuuwwan lolaatiin-walqabatee uumaman hunda keessaa hammi walakkaan ol ta’u konkolaachistoota bishaanota-lolaa keessa oofanirraa kan uumamedha, akkasumas kanatti aansuun persenteejiin inni guddaan du’awwan lolaa-waliin walqabatee kan itti aanu namoota bishaanota-lolaa keessa deemuu yaalanirraati. Roobnii fi cabbiin waan adda-baastoota Kaaba-dhiyaa Pasifikii (Pacific Northwest) dha, kanaaf itti-bashannani. Dhufinsa lolaa keessatti garuu akkasuma namoota jaallattuu fi qabeenya kee akkasumas wanneen gati-qabeeyyii kee akka eegaman taasisi. Lolaadhaaf qophaa’aa ta’i! Reagan Dunn, Dura-bu’aa Aanaa To’annoo Lolaa King County (King County Flood Control District) kingcountyfloodcontrol.org | Twitter: @KCCReaganDunn Chairman Reagan Dunn DURA Suphaa Yeroo-balaa Stossel (Stossel Emergency Repair), Garee Dafee-ga’aa king County (King County Strike Team) ‘dhaan kan xummurame, Fulbaana 2018.

Transcript of YOMMUU INNI LOLA’U… - your.kingcounty.gov · Pirojektii jalqabuun dura yookiin ijaarsa...

Page 1: YOMMUU INNI LOLA’U… - your.kingcounty.gov · Pirojektii jalqabuun dura yookiin ijaarsa seeraan-alaa gabaasuuf, ejensii kenna-eeyyamaa bulchiinsa naannoo keetii yookiin Dippaartimentii

Meeshaalee Mi’a Yeroo-balaaTakeWinterByStorm.org irratti gorsawwanii � tarreewwan dabalataa argadhu

Waraqaa irra-deebifamuun hojiirra oolfamerratti kan maxxansame. Maaloo irra-deebisuun hojiirra oolchi.1510_4996m_floodupdateBRO15-16_GenCombined.ai

Deebitee mana keetti galuu keetiin dura, miidhaawwan waan-caasaa, dhimmuuwwan gaazii, yaa’awwan humna-elektirikii sirrii hin taane, � shuboowwan haguuggiin irra ka’e jiraachuu maluuf of eeggannoo taasisi.

2

3

4

5

6

7

8

1

Itti fayyadamuu keetiin dura ogeessi iddoo sirna waan-fayyadama humna-elektirikii keetii, meeshawwan-sookettii, fi meeshaalee naga-qabeessummaadhaaf akka caqasu taasisi. Gaazichi deebi’ee akka banamu taasisuuf kampanii gaazichaa waami.

Qodaawwan mana-keessaa, nyaata, dhiyeessii bishaanii, fi meeshaalee nagummaadhaan qulqulleessuuf sirna-adeemsaawwanii hordofi.

Dhabdeewwan kee galmeessi. Miidhamawwan footoo kaasi akkasumas baasiiwwan suphaa galmeessi. Iyyannoowwan dhabdee lolaatiif ejentii inshuraansii keetii qunnami.

Mana kee keessatti yookiin caasaa miidhamerratti qabxii olaanaa iddoo bishaan ga’e mallattoo itti godhi.

Kutaalee-manaa kanneen lafa-jalaa lolaan irra bu’ee haala-suutaan gad-yaasi (guyyaatti hanga tokko-sadaffaa bishaanichaa) kunis miidhama waan-caasaa ittisuudhaaf.

Keeshaawwan-biyyee haala-sirriin kaasi akkasumas gati.

Gargaarsa balaa fi adeemsawwan galmeetiif waan-haarawa jiru baruuf dhiyeessiwwan oduu naannoo keetii caqasi.

BOODA

Itti-gaaffatamummaadhaan ijaari.Dirricha-lolaa keessatti ijaarsi kamiyyu eeyyama barbaachisa. Ijaarsi haaraan, suphaawwan gamoo, daballiiwwan, qofforuun, sirreessuun, guutuun, yookiin qabeenya keetti jijjiiramni kamillee eeyyama-argachuu qaba akkasumas sadarkaawwan qajeelchawwan bulchiinsa dirree-lolaa hawaasa kee keessaa hordofuu qaba. Suphaawwan kamiyyu yookiin fooyyessiiwwan gamoowwan dirricha-lolaa keessaa kanneen gatiisaaniirra persentii 50 ‘n caalan akka ol-kaafaman yookiin lolaarraa-bilisa akka ta’anitu irraa barbaadama.

Itti-gaaffatamummaan ijaaruun namoonni fi gamoowwan irra-caalaatti lolaarraa nagaa akka ta’an mirkaneessa. Qajeelchiwwan bulchiinsa dirree-lolaa dhiibbaa tokko-tokkoo ijaarsaa qabeenyawwan kanneen biroorratti qabu hir’isuudhaan naannolee lolaatti-saaxilamoo keenya kanneen achi jiraataniifii hojjetan hundumaaf akka isaan balaafamoo hin taane taasisa.

Pirojektii jalqabuun dura yookiin ijaarsa seeraan-alaa gabaasuuf, ejensii kenna-eeyyamaa bulchiinsa naannoo keetii yookiin Dippaartimentii Kenna-Eyyamaa fi Gulaallii Waan-naannoo King County (King County Department of Permitting and Environmental Review) 206-296-6600 ‘tiin qunnami yookiin kingcounty.gov/permits caqasi.

Naannolee lolaan itti lola’e keessa lukaan hin deemiin, miila-qullaa hin deemiin, yookiin hin konkolaachisiin. Dudduuba galagali. Hin liqimsamiin.

Naannolee lolaan itti lola’e keessatti konkolaataan kee yoo tasaan-dhaabate, hanga dandeessetti dafiitii dhiisii deemi. Karaa irra-dhufteerra nagummaatti dudduuba deebi’i.

Odeeffannoo haalawwanii fi raagawwan lolaatiif Wiirtuu Akeekkachiisa Lolaa King County (King County Flood Warning Center) waami.

2

3

4

5

1

Abbootii aangoorraa beeksisa gadhiisanii-deemuutiif qophaa’aa ta’i. Gadhiisanii-deemuun yoo gorfame, hatattamaan raawwadhu. Karaawwan gadhiisanii-deemuu gorsaman hordo�, kunis karaawwan-qaxxaamuraa tarii cufamuu waan danda’aniif.

Sababii bishaaniwwan haala-ariitiin ol-ka’aa deemuuf mana kee yookiin gamoo haala-nagaatiin gadhiistee deemuu yoo hin dandeenye ta’e, gargaarsaaf gara 911 ‘tti bilbili. Achiin boodas gara darbii olaanutti yookiin baaxii manaatti ol-deemi. Uffata ho’aa, haala-qilleensaarraa bilisa ta’e, ibsaa-baatirii, bilbila mobaayilii � raadiyoo fudhatamamee deemamuu danda’u of biratti fudhu.

Yommuu lolaan dafee-dhufaa jiru, garuu yoo yeroon eeyyame qofa:

• To’attuu gaazii keetii isa ijoo cu�.

• Gamoo kee keessatti iddoo bantuu/cuftuu guddichaatti tajaajilawwan hunda cu�. Naannoo gogaa keessa yookiin kopheewwan soolii-pilaastikii itti godhamanii � gaawuntii pilaastikii o�tti kaawwattee muka gogaa ta’e irra dhaabbachaa jirta yoo ta’e malee meeshaa elektirii kamiyyu harkaan hin tuqiin.

• Istaatistiksii lolaa kanneen akka yeroo, dubbisa safartuu, � ol-ka’insawwan lolaa naannoo hubannaa waan lolaa ollaa keetiitii fayyadama gara fuulduraatiif galmeessi. Mana keetti yookiin bakka-hojiitti dow’iiwwan murtaa’oo ta’an itti dabali.

YOMMUU-SANA 6

1 Balaafama lolaa keetii beeki. Barruun-oduu kun poostaan siif ergameera yoo ta’e, manni yookiin qabeenyi kee dirree-lolaa keessa yookiin cinaadha. kingcounty.gov/floodmaps irratti dabalataan baradhu yookiin 206-477-4727 ‘tti bilbili.

2 Inshuraansii lolaa biti. Inshuraansiin baratamaa kannneen mana-qabanii dhabinsa lolaatiin qaqqabe hin hammatu, akkasumas danbiiwwan inshuraansii lolaa haaraa irratti yeroon eeggachuu kan guyyaa-30 jiraachuu ni danda’a.

floodsmart.gov ‘tti dabalataan baradhu yookiin 800-427-4661 ‘tti bilbili.

3 Ofii keefii maatii kee eegi.

• Maatiif, qonnaaf, yookiin daldalaaf karoorawwan yeroo-balaa haaromsi akkasumas miseensonni maatii yoo adda ba’an iddoo walga’ii filadhu.

• Mana kee yookiin daldala kee irraa gara lafa ol-ka’aatti kan deemsisu karaawwan hedduu bari.

• Mana kee yookiin qabeenyaa kee eeguudhaaf keeshaawwan-biyyee fayyadami (iddoowwan tolaan hiraniif kaartaa keessaa ilaali).

• Toorawwan-bilbilaa kan naannoo qabamoo yoo ta’aniif odeeffannoodhaaf bilbiluuf hiriyyaa yookiin fira mootummaa-naannootiin-alaa filadhu.

• Mi’a yeroo-balaa walitti-qabadhu (armaan gaditti ilaali).

• Waa’ee qophaa’ummaa lolaa, muuxannoowwan yeroo darbanii, fi gargaarsa addaa kamiyyu siif yookiin isaaniif barbaachisuutiif ollaawwan waliin dudubbadhu.

4 Balaafamoowwan lolaa irraa qabeenya keetii fi beeyladoota-manaa kee eegi.

• Haala akkamiitiinii fi yoom konkolaataawwan, meeshaalee, horii-manaa (saawwan), yookiin beeyladoota-manaa gara lafa ol-ka’aatti akka deemsiftu addaan baafadhu.

• Waantota gati-qabeeyyii fi keemikaalota mana-keessaa sirriiwwan lolaa olitti kuusi.

• Gaaniiwwan piropeenii fi kuustuuwwan boba’oo kanneen biroo hihidhi akkasumas nagummaan-qabi.

• Bishaaniwwan lolaa baattuuwwan balfa-dhangala’oo keessatti akka ol hin dachaasne ittisuudhaaf ujummoowwan-guguddoo balfa-dhangala’oo ijaaruu keessatti meeshaa-to’attuuwwan galchi.

• Baattuuwwan balfa-dhangala’oo daandii, tajaajilawwan qulqulleessa-buubbee, fi tajaajilawwan kara-yaa’awwanii baalawwanii fi irra-haftee balfaa irraa bilisa taasisuun eegi. Gochaawwan kunniin qabeenya kee ni eegu akkasumas laggeenii fi deemsawwan bishaanii qulqulluu taasisu.

• Dhagaa-baatirii yookiin raadiyoo meeshaa kiraankii-harkaatiin hojjettu � dhagaawwan-baatirii dabalataa

• Meeshalee waan-gargaarsa jalqabaa � �ishkaa

• Baatirii-ibsaa dhagaa-baatirii dabalataa waliin

• Kooppiiwwan dookumentoota faayida-qabeeyyii borsaa pilaastikii keessatti (eeyyama konkolaachisuu, odeeffannoo inshuraansii � baankii, � odeeffannoo qunnamtii)

• Maatii keetii � beeyladoota keetiif nyaata guyyoota hedduuf bishaan hin balleessinee � kan hin yaranne.

• Uffata ho’u, kopheewwan/bottiiwwan jajjabaatoo, � uffatawwan-qorraa

• Meeshalee qulqullina dhuunfaa � eegumsa-fayyaa

• Qorichawwan ajajaa

• Waantota kunuunsaa daa’immaniif (uffata-qorraa, kitaabota, meeshalee taphaa)

• Chaarjeroota bilbila mobaayilii

King County keessatti akeekkachiisawwan sirnawwan lagaa adda addaatiif

galmaa’uudhaaf kingcounty.gov/flood ilaali

GALMAA’IAKEEKKACHIISA

WWANIIF

GARGAARSI SI BARBAACHISAA?

206-477-4727 ‘tti bilbili kunis qabeenya caqasuudhaaf gargaarsi yoo si barbaachise, qabeenyi kee dirree-lolaa keessa ta’uusaa mirkaneessuun yoo si barbaachise, yookiin waa’ee raggaasisawwan ol-ka’insaa odeeffannoo dabalataa yoo barbaadde.

YOMMUU INNI LOLA’U…Qophaa’i! Waa’ee lolaa odeeffannoo gad-fageenyaa kingcounty.gov/�oodservices irratti argadhu.

Garee Dafee-ga’aa King County (King County's Strike Team): duula hatattamaa namoota, qabeenyaa fi naannicha eeguudhaaf.Gareen Dafee-ga’aa King County (King County's Strike Team) bara 2017 kan dhaabbatedha innis yeroo taateewwan lolaa tajaajilawwan ittisa lolaa miidhaman ariitiidhaan suphuudhaaf, kunis dursisiisawwan Aanaa To’annoo Lolaa King County kanneen biroo irratti dhiibbaa otoo hin qaqqabsiisiin.

Waggoota lama darban keessatti Gareen Dafee-ga’aan kun pirojektiiwwan suphaa murteessoo kudha-lama tilmaamaan baasii miliyoonii $2.5 ‘tiin xummureera. Yeroo waggaa darbeetti, Gareen Dafee-ga’aan kun tajaajilawwan eegumsa lolaatti suphaawwan shan caasesseera, eeyyameera akkasumas ijaareera. Waggicha kana darberratti, pirojektiin yeroo-balaa kan ja’affaa adda-baafameera. Gareen Dafee-ga’aa kun pirojektii caasessuuf haala-olaanaan dalage akkasumas ijaarsa yeroo-balaa kan Fulbaana 2018 xummurameef Injineeroota Gareewwan Humna-waraanaa Ameerikaa Kaabaa (U.S. Army Corps of Engineers) irraa eeyyama fudhateera.

Eegumsaa fi bulchiinsa dirree-lolaa waan-hunda hammatePirojektiiwwanii fi sagantaawwan eegumsa lolaa baajateessuu fi to’achuudhaan, Aanaan To’annoo Lolaa King County fayyaa fi nageenya uummataa, wiirtuuwwan diinagdee naannoo, qabeenyawwanii fi buusaalee-daddabarsoo kan uummataa fi dhuunfaa ni eega.

Waa’ee hojii Aanaa To’annoo Lolaa kanaa dabalataan barachuuf maaloo kingcountyfloodcontrol.org ilaali.

LOLAADHAAF QOPHAA’AA TA’I

2019

KING COUNTY KEESSATTI QOPHUMMAA LOLAATIIF QAJEELCHA KEE

516 Third Ave. Room 1200 • Seattle WA 98104

Filannoon Bifa kan biraa ni Argama 206-477-4812 (Dabarsa-ergaa TTY: 711)

Heloo!

KING COUNTY BILISA TAASISIAPPILIKEESHINII-SOFTIWEERII AKEEKKACHIISA LOLAAAppilikeeshinii-softiweerii Akeekkachiisa Lolaa King County (King County Flood Warning app) kan tolaa kan yaa’awwan lagaa, odeeffannoo sadarkaa lagaa, fi raagawwan, dabalataanis sadarkaawwan lolaa yeroo-sirrii kan yeroo ammaa kan agarsiisu gad-fe’achuudhaan odeeffannoo lolaa yeroo-sirrii bilbila mobaayilii kee irratti argadhu. Giraafiwwan odeeffannoo lagaa raagawwan kan guyyaa hedduu ilaaluudhaaf salphaa taasisu.

WA

AN

JIR

U B

AR

I

BILBILA, ERGAA BARREEFFAMAA YOOKIIN IMEELIIAkeekkachiisawwan lolaa atoomaatikii kan tolaatiif galmaa’i. Lagaa fi sadarkaa lolaatiin akeekkachiisawwan akka feetetti filachuu ni dandeessa.

AKEEKKACHIISA!

KING COUNTY

LOLAA

kingcounty.gov/flood yookiin 206-477-4899 ‘tti bilbili

NU HORDOFI!@KCFloodDistrict fi @KCDNRP ‘tiin Twitter irratti fi King County Water and Land Resources Division (@KCWLRD) ‘tiin Facebook irratti

KAARTAA LAGGEEN KING COUNTY

Materiales traducidos y servicios de intérprete están disponible bajo solicitud: 206-477-4812; TTY: 711.

Barruu kana poostaadhaan kan fudhachaa

jirtu yoo taate, manni kee yookiin qabeenyi kee dirree-lolaa

keessa yookiin cinaadha.

Nagummaa fi Qophummaa LolaaErgaa King County irraaAanaa To’annoo Lolaa

Gadda balaa uumamaa waliin wal-qabateef namni kamiyyu ofirraa-ittisaa miti. Iddoo fageenyaarratti argaa jiraachuu ta’us, hawaasa ollaa deeggaruudhaan ta’us, yookiin ammoo deebii kennuudhaaf humnuma ofii sassaabbachuudhaan ta’ullee.

Ofii kee, maatii kee, fi qabeenya kee eeguudhaaf ammattillee of qopheessuun waantota baay’ee sasalphoo fi wanneen baay’ee gaggaarii ati gochuu dandeessu keessaa isa tokkodha Aanaan To’annoo Lolaa King County(Aanaan) (The King County Flood Control District (District)) isa kana sirruma gochuudhaaf leecalloowwan hedduu kennuun ni gargaara.King County keessattii fi Ameerikaa Kaabaa keessatti lolaan irra caalaan balaa uumamaa isa baratamaa ta’usaa ni beektaa? Irra-jireessaan yeroo-kamittiyyu uumamuu ni danda’a akkasumas bishaan sirruma inchiiwwan muraasniyyu miidhaa-qaqqabsiisaa fi gatii-baasisaa ta’uu ni danda’a. Dhiibbaawwan lolaa xiqqoo irraa kaasee hanga cimaa, balaafamaa, fi balleessaatti jiraachuu ni danda’a. Miidhaan baay’ee olaanaa fi du’uuniyyu uumamuu ni danda’a, karaawwan geejjibaa fi tajaajilliwwan waantota fayyadamamnuu tarii jejjeeqamuu ni danda’u, akkasumas miidhaan manattii fi daldalawwan irra ga’u doolarota kumaatamaan lakkaa’aman baasisuu ni danda’a.Aanichi saaxilamawwan lolaa ittisuuf, pirojektiiwwan nageenya uummataa baajateessuuf fi Wiirtuu Akeekkachiisa Lolaa King County (King County Flood Warning Center) deeggaruuf ni hojjeta. Namoonni taateewwan lolaadhaaf akka qophaa’aniif gocha akka taasisaniif gargaaruudhaaf nuti odeeffannoo fi leecalloowwan kanneen akka barruu kanaa ni kennina. Maaloo odeeffannoowwan faayida-qabeeyyii kanneen gulaaluuf daqiiqaawwan muraasa fudhu akkasumas gorsawwan ijoo kanneen mee yaadatti qalbeeffadhu:• Rakkoo-saaxilamuu lolaa keetii beeki kingcounty.gov/floodmaps

ilaaluudhaan akkasumas “iMap floodplain boundaries” naannessitee caqasuudhaan yookiin 206-477-4727 ‘tti bilbiluudhaan rakkoo-saaxilamuu iddoo jiraattuu, itti hojjettuu yookiin yeroo mara itti imaltuu qoradhu.

• Of akeekkadhu! Akeekkachiisawwan Lolaa King County (King County Flood Alerts) ‘dhaaf galmaa’uudhaan akkasumas Appilikeeshinii-softiweerii Akeekkachiisa Lolaa King County (King County Flood Warning App) teessoo kingcounty.gov/flood irraa gad-fe’achuudhaan akeekkachiisa lolaa dursaa fi odeeffannoo lolaa yeroo-sirrii argadhu.

• Inshuraansii lolaa keessatti investii gochuu caqasi. Inshuraansiin kanneen mana-qabanii fi kireeffattootaa baratamaan miidhaa lolaa hin hammatu, akkasumas dambiiwwan inshuraansii lolaa haarawaaf hojiirra oolchuudhaaf guyyoota 30 fudhachuu ni danda’a. Boodatti hin harkifatiin, dabalataan barachuu fi ejentii inshuraansii argachuudhaaf floodsmart.gov ilaali.

• Dudduuba galagali. Hin liqimsamiin. Bishaan-lolaa keessa yoomiyyu hin adeemiin yookiin hin konkolaachisiin. Jalli bishaanii konkolaataa daandii irraa furguggeessuu ni danda’a akkasumas hangi inchiiwwan ja’aa miilarraa nama kaasuu ni danda’a. Liqimsamuuwwan lolaatiin-walqabatee uumaman hunda keessaa hammi walakkaan ol ta’u konkolaachistoota bishaanota-lolaa keessa oofanirraa kan uumamedha, akkasumas kanatti aansuun persenteejiin inni guddaan du’awwan lolaa-waliin walqabatee kan itti aanu namoota bishaanota-lolaa keessa deemuu yaalanirraati.

Roobnii fi cabbiin waan adda-baastoota Kaaba-dhiyaa Pasifikii (Pacific Northwest) dha, kanaaf itti-bashannani. Dhufinsa lolaa keessatti garuu akkasuma namoota jaallattuu fi qabeenya kee akkasumas wanneen gati-qabeeyyii kee akka eegaman taasisi. Lolaadhaaf qophaa’aa ta’i!

Reagan Dunn, Dura-bu’aaAanaa To’annoo Lolaa King County (King County Flood Control District)

kingcountyfloodcontrol.org | Twitter: @KCCReaganDunn

Chairman Reagan Dunn

DURA

Suphaa Yeroo-balaa Stossel (Stossel Emergency Repair), Garee Dafee-ga’aa king County (King County Strike Team) ‘dhaan kan xummurame, Fulbaana 2018.

Page 2: YOMMUU INNI LOLA’U… - your.kingcounty.gov · Pirojektii jalqabuun dura yookiin ijaarsa seeraan-alaa gabaasuuf, ejensii kenna-eeyyamaa bulchiinsa naannoo keetii yookiin Dippaartimentii

LAGAcfs = sekendiitti kuubii miilaa

SADARKAA 1 – LOLAAN KAN HIN JIRRE.Lollan waliigalatti hin uumamu

LAG

AA

N D

HII

BBA

AWW

AN

LO

LAA

EEG

AM

U SADARKAA 2 – LOLAA XIQQOO Gargaarsa kennuudhaaf hojjettootni

Wiirtuu Akeekkachiisa Lolaa King County (King County Flood Warning Center) guyyaatti sa’aatiiwwan 24 ni argamu.

SADARKAA 3 – LOLAA GIDDU-GALEESSA Hojjettootni Garee-to’annoo Lolaa King County (King County Flood Patrol) tajaajilawwan eegumsa lolaa, kanneeen akka daagaawwan-lolaa qarqara lagaa to’achuudhaaf ergamaniiru.

SADARKAA 4 – LOLAA CIMAA To’attootni lolaa haalawwan ni to’atu akkasumas Wiirtuun Akeekkachiisa Lolaa (Flood Warning Center) banaa ta’ee tura.

206-296-8200 yookiin 800-945-9263

KING COUNTY WIIRTUU AKEEKKACHIISA LOLAA

Lolaadhaaf Akkaataa itti Qophaa’amu kingcounty.gov/�oodservices

Akeekkachiisa Yeroo-balaa King County (King County Emergency Alert)kingcounty.gov/alert

King CountyFuula-weebsaayitii Oduu Yeroo-balaakcemergency.com

Akeekkachiisawwan Lolaa King County (King County Flood Alerts)206-477-4899kingcounty.gov/alert

Lolaa King CountyWiirtuu Akeekkachiisaa206-296-8200 yookiin800-945-9263

Mana-jireenyaa King CountySagantaa SuphaaBaajata suphaa mana jireenyaa haala ijoon barbaachisaa ta’eef kunis kanneen galii gad-aanaa qabaniif,Kanneen mana qaban ulaagaa kan guutaniif. 206-263-9095 kingcounty.gov/housingrepair

ODEEFFANNOO BALAA LOLAADaandii King CountyToora-gargaarsaa 24/7206-477-8100 yookiin 800-KC-Roadskingcounty.gov/roadalert

King CountyAkeekkachiisawwan Daandiikingcounty.gov/roadalert

Jejjeequmsawwan Geejjibaa Magaalaa-guddaa/naannoosheekingcounty.gov/metro

Lolaa BiyyoolessaaSagantaa Inshuraansii888-379-9531�oodsmart.gov

Fayyaa UummataaGaanii Faalamee fiRakkoolee Fayyaa Seattle fi King County206-477-8050

Buubbeedhaan Ganna Safaritakewinterbystorm.org

Odeeffannoon kaartaa kanarratti dabalame hojjettoota King County ‘dhaan maddoota adda addaa irraa kan walitti-qabamee turedha akkasumas otoo hin beeksisiin jijjiiramuu waan danda’udha. Waan sirrummaa, guutuu ta’uu, yeroowwan-ta’ii yookiin mirgawwan fayyadama odeeffannoo kanneen akkasiirratti King County ‘n bakka-bu’ummaawwan, yookiin waadaa-bakka buusaa/suphaa, himame yookiin yaadame kan taasisu hin qabu. Dookumentiin kun waan akka bu’aa qorannootti fayyadamamuuf hin yaadamne. Fayyadama yookiin haala sirriin taaneen fayyadama odeeffannoo kaartaa kanarratti hammatamerratti miidhaawwan waliigalaa, kan addaa, al-kallattii, taatee kan ta’ii biraatiin dhufe, yookiin bu’aa taatee ta’ee kanneen kana dabalachuun, garuu kanneen kana qofarratti waan-hin murtaa’iin, galiiwwan dhabaman yookiin bu’aawwan dhabaman kamiifiyyu King County ‘n itti gaaffatamaa hin ta’u. Eeyyama barreeffamaa King County ‘dhaan yoo ta’een ala kaartaa kana yookiin odeeffannoo kaartaa kanarraa kamiyyu gurguruun seeraan kan dhorkamedha.

LAGA TOLTYaa’a cinaa Carnation

8,500 cfsCinaa Magaalaa Carnation ‘tti Daagaawwan-qarqara lagaa tarii irra-dacha’uu ni danda’a. Dhimmisawwan qaqaawwa daagaa-qarqara lagaatti cinaa-lagaa kaabaatti Snoqualmie Valley Trail bridge � Highway 203 bridge gidduutti NE 32nd Street tarii qaxxaamuruu ni danda’a. Tolt River Road NE/361st Avenue NE � daangaa gara bahaa Magaalaa Carnation hanga yaa’a gara-olii gidduutti tarii jijjiiramni karaa bishaanii uumamuu ni danda’a.

3,500 cfsDaagaa- qarqara lagaa cinaa-lagaa kaabaatti Snoqualmie Valley Trail bridge � Highway 203 bridge gidduutti tarii dhimmisuun muudatamuu ni danda’a.

5,000 cfsMandara ollaa San Souci keessatti bishaan cinaa Tolt River Road NE Snoqualmie Valley Trail bridge � Highway 203 bridge gidduutti cinaa-lagaa kaabatti daagaa qarqara-lagaatti dhimmisuu dabaluu � lolaan boroo mooraatti uumamuu danda’u.

2,500 cfsHojjettootni King County akeekkachiisarra jiru.

T13,800 cfsAmajji. 2009

17,400 cfsMudde. 1959Ijaarsa HowardLaga Tolt dura.

Walirraa-hirama KibbaaLAGA SKYKOMISHYAA’A SKYKOMISH ‘TTI

10,000 cfsRakkoowwan dhiqama qarqara-lagaa � irra-hafteen balfa-lolaa uumamuu ni danda’u

18,000 cfsDhiqamni qarqara-lagaa � irra-hafteen balfa-lolaa uumamuu ni mala. Naannoowwan lafa gad-aanoo ciisoo cinaa Baring � dhuma dhiha Mandara Timberlane keessatti lolaan uumamuu ni danda’a.

27,000 cfsLolaan haala-ballinaan tarii kan hammatu waliigalatti naannoowwan daagaawwan-qarqara lagaatiin eegamanidha.SK

6,000 cfsHojjettootni King County akeekkachiisarra jiru.

LAGA CEDARYaa’a cinaa Landsburg

LAGA GREENKan-safarame yookiin kan-tilmaamame Yaa’a cinaa Auburn

LAGA SNOQUALMIE

ISSAQUAH CREEKDheerina (sadarkaa) cinaa HobartOdeeffannoo: Magaalaa Issaquah

LAGA WHITEKan-safarame yookiin kan-tilmaamameHidha Mud Mountainirraa yaa’a gadhiifame

5,000 cfsTarii daandiiwwan ol-guutuu � cuccufamuu ni danda’u kunis kan hammatu Cedar Grove Road SE, Maxwell Road SE � SR 169 iddoo wal-qaxxaamuraa Cedar Grove Road SE ‘tti. Tarii daandiiwwan dhuma-dhumarraa ol-guutuu � cuccufamuu ni danda’u kunis kan hammatu Jan Road SE (SE 197th St), SE 193rd St � 216th Ave SE, SE 203rd St, SE 206th St. � SE 207th St, akkasittis addaan-ba’umsa ollummaa dabaluudhaan. Yaa’awwan ariifatoo � gad-fagoo naannoo lafa-ciisaa qarqara lagaa maratti haalawwan balaafamoo uumuu ni danda’u.

38,000 cfsNaannoowwan jireenyaa muraasni haala badaan ariitiiwwan olaanoo � manneenitti lolaan galuu tarii isaan muudachuu ni danda’a. Tarii daandiiwwan ol-guutuu danda’an kan hammatan Woodinville-Duvall Road, Carnation-Duvall Road, � Moon Valley Road fa’idha.

12,000 cfsDaagaawwan to’annoo lolaa murteessoon jiidhinsa irraa kan ka’e tarii dadhabsiifamuu ni danda’u. Haalawwan lolaa keessatti jijjiiramniwwan akka tasaa uumamuu ni danda’u, keessumattuu naannolee daagaa-qarqara lagaa keessatti. Tarii jijjiiramniwwan kunniin kan hammatan haala-hatattamaan ol-ka’insa bishaanii, haala ballaa ta’een bishaan lola’uu, cufaminsawwan daandii, � jejjeequmsawwan tajaajilawwanii fa’idha.

9,000 cfsHaala-badaan ariitiin olaanaanii � yaa’awwan irra-haftee balfaa tarii sirna lagichaa hunda keessatti uumamuu ni danda’a. Cinaa-lagaatiin olitti lola’uun Magaalaawwan Paci�c � Auburn keessatti ni eegamu. Qaamniwwan cufawwan ittisa lolaa kan yeroo�i tarii ol-guutuu ni danda’u. Naannoo cinaa Magaala Enumclaw ‘tti iddoo horsiisa qurxummiitti miidhawwan tarii uumamuu ni danda’u. Lolaan-bishaanii cinaa Greenwater ‘tti SR 410 yaa’a ol-gubbaa Hidha Mud Mountain ol-guutuu ni danda’a ta’a.

7.5 ftNaannolee lolaadhaaf saaxilaman keessatti lolaa achumatti murteeffame. Sababii bishaan karaa-daandiirrattiitiif cufaminsawwan karaawwan muraasaa. Naannooleen yeroo mara lolaan itti lola’e lolaa akka qaqqabu tilmaamuu ni danda’u.

8.5 ftIssaquah Creek, Tibbetts Creek, � Adda-ba’insa Bahaa kan Issaquah Creek irratti lolaa haala olaanaa. Naannolee cinaa yaa’a qaqalloo bishaanii keessatti lolaan uumamuu ni danda’a.

9 ftSululawwan Issaquah � Tibbetts Creek mara keessatti lolaa ballinaan-olaanaa.

12,000 cfsDaandiiwwan tarii kanneen ol-guutan kan hammatan Neal Road SE, Reinig Road, West Snoqualmie River Road NE (Walker Road), Snoqualmie Meadowbrook Road, � Mill Pond Road fa’idha.

20,000 cfsSulula Snoqualmie hunda keessatti lolaan kan gad-fageenyaan adda addaa ni uumama. Daandiiwwan tarii ol-guutuu danda’an kan hammatan Fall City-Carnation Road, Tolt Hill Road, � Novelty Flats Road fa’idha.

2,800 cfsCinaa 156th Place SE ‘tti Jones Road tarii ol-guutuu � cufamuu ni danda’a.

4,200 cfsDorre Don Way � Byers Road SE garri gad-aanoon tarii ol-guutuu � cufamuu ni danda’u. Daandiiwwan kunniin gara ollaawwan hedduutti kan geessanidha achittis jiraattotni tarii karaa-ba’insaa dhabuu ni danda’u akkasumas gadhiisanii-ba’uun isaan barbaachisuu ni danda’a.

7,000 cfsSulula yaa’a ol-gubbaa kan Magaalaa Auburn keessatti lolaa lafa gad-bu’aa

9,000 cfsSulula yaa’a ol-gubbaa kan Auburn � itti-jiga Mill Creek gara-gadii keessatti lolaa gad-fageenya adda addaatu uumama. Tarii Southeast Green Valley Road � West Valley Road ol-guutuu ni danda’u.

5,000 cfsLolaan cinaa-lagaa olitti lola’u Magaalaawwan Paci�c � Auburn gara yaa’a ol-gubbaa kan A-Street Bridge ‘tti uumamuu ni danda’a. Lolaan cinaa-lagaa olitti lola’u Magaalaa Paci�c cinaa Government Canal ‘tti uumamuu ni danda’a ta’a. Magaalaa Paci�c karaa cufawwan ittisa lolaa yeroo�i keessatti bishaan olaanaan ni uumama ta’a.

7,000 cfsMagaalaa Paci�c karaa cufawwan ittisa lolaa yeroo�i keessatti sadarkaawwan bishaan lagaa olaanoon ni uumamu. Yaa’awwan ol-gubbaa guutanii dhangala’an Government Canal � Butte Avenue ‘tti akkasumas yaa’a gara olii kan A-Street Bridge Magaalaawwan Paci�c � Auburn keessatti ni uumamu ta’a. Jiraattotni naannoo Red Creek haala-badaan ariitiiwwan olaanoo, yaa’awwan irra-haftee lolaa � naannoo mana-jireenyaatti lolaan lolaafamuu tarii isaan muudachuu ni danda’a.

6,000 cfsHojjettootni King County akeekkachiisarra jiru.

6.5 ftHojjettootni King County akeekkachiisarra jiru.

1,800 cfsHojjettootni King County akeekkachiisarra jiru.

5,000 cfsHojjettootni King County akeekkachiisarra jiru.

4,000 cfsHojjettootni King County akeekkachiisarra jiru.

SN

I

C

G

W

9.9 ftSadaasa. 1990

54,110 cfsAmajji. 2009

12,200 cfsSadaasa. 2006

7,870 cfsAmajji. 2009

28,100 cfsSadaasa. 1959Ijaarsa HowardHanson duraHidha.

WAAN-DHIYEENYAA FIIXEE-OL AANAA

FIIXEE OL-AANAALOLAA

Idaa’ama yaa’awwaniiiddoowwan gadii kanatti:

Walirraa-hirama KaabaaWalirraa-hirama Giddu-galeessaa Walirraa-hirama Kibbaa

Tajaajilliwwan hiikkaa-afaanii ni argamu; TTY 711

Materiales traducidos y servicios de intérprete están disponible bajo solicitud: 206-477-4812; TTY: 711.

28,000 cfsMudde. 1933White ‘titti kan-gabaafameLaga cinaa Buckley Ijaarsa Hidha Mud Mountain dura.

11,700 cfsAmajji. 2009Odeeffannoo Injineeroota Gareewwan Humna-waraanaa Ameerikaa Kaabaa (U.S. Army Corps of Engineers) kan Hidha Mud Mountain irratti hundaa’uun.

14,200 cfsIjaarsa Hidha Masonry dura.

SIRNA LAGAA KING COUNTY

Onkolooleessa 2016 dura odeeffannoon yaa’insaa iddoo kanatti hin jiru

HIDHA LAGA TOLT

HIDHA HOWARD HANSON

HIDHA MUD MOUNTAIN

HIDHA MASONRYC

G

SN

SN

SN

T

N

M

S

W

I

0 2 Maayiliiwwan 4

Amajji 2019

N

S

EW

N

M

S

Keeshaawwan-biyyee meeshaalee lolaa-ittisan kanneen milkaa’oo ta’uu ni danda’u. Odeeffannoo waa’ee iddoowwaniitiif, sa’aatiiwwan hojiitiif, akkasumas viidiyoo waa’ee akkaataa itti keeshaawwan-biyyee itti guutanii � tuulaniif, kingcounty.gov/floodservices ilaali.

Sagantaa Keeshaa-biyyee

HIDHA

WAGGAA-100DIRREE-LOLAA

KEESHAA-BIYYEEKENNINSA

IDDOO

*Laggeen King County irratti tarreeffama guutuu meeshalee-safartuuwwan

akeekkachiisa lolaatiif kingcounty.gov/flood ilaali.

MEESHAAN-SAFARTUU LAGAASadarkaawwan lolaa murteessuuf

fayyadamamu turani*(armaan gadiitti ilaali)

SEENAA

Dirreen-lolaa kan waggaa-100 naannoo yeroo taatee lolaa itti lolaafamuun kan tilmaamamu waggaa kenname kamiyyu keessatti carraa raawwachuu persentii tokko kan qabudha. Qabeenyi kee dirree-lolaa keessa yoo ta’eef baruudhaaf, maaloo kingcounty.gov/floodmaps ilaali yookiin 206-477-4732 ‘tti bilbili.

DIRREE-LOLAA KAN WAGGAA-100

SK