wantoota xixiqqqoo kaasuu barachaan jira. oods Tartiiba ... · PDF fileBarruu fi quboota ko...

2
Filannoowwan fayyaa koof ta’an isaan kana dha! Fallana tokko ykn lama dhiyeessaa. Odeeffannoo dabalataaf. Naannaa ji’a 9 irraa jalqabee Nyaachuu nan danda’a naannaa ji’a 9 irraa jalqabee Tartiiba kana eegi ciree irratti, laaqana irratti ykn yero irbaataa irratti nyaatota qubaa dafanii qaqqabaniif firiijii keenya irratti. DOH 961-1001 May 2014 Oromo Namoota miidhama qaamaa wajjin jiraataniif, sanadichi yommuu gaafatamu foormaatota kan birootiin jira. Gaaffii dhiyeessuuf, maaloo 1-800-841-1410 (TDD/TTY 711) irratti bilbiilaa. Maxxaansi kun kan fudhaatame sagantaa Kaalifoorniiyaa WIC irraayi. Irradeebiin kan maxxanfame eeyyaama waliin. Sagantaa Nyaataa Mootummaa Washington WIC kan Hin qoodne. Dhabbatni kun carraa walqixxa dhiyyeessa dha. Akkan ofii kootiin nyaadhuuf shaakala baayyee naaf kennaa. Akkan nyaata kiyya xuqee xabadhu naaf hayyamaa. Yommun nyaadhu nan arcaasa. Akkataan ani ittiin baradhu akkana! Maaddii nyaata xiqqaa naaf dhiyeessa. Garaan koo xiqqoo dha. Ammam akkan nyaadhu akkan murteessu naaf hayyami. Yommuun beela’u beeka. Nyaatota adda addaa akkan yaalu na taasisi. Yeroo jalqabaa waan ta’e yoon jaalachuu baadhe hindhiphatiin. Yeroo itti aanu xiqqoo naaf dhiyeessi. Nyaatota lallaafoo xiqqoo irraa jalqabaa. Naannaa ji’a 9 ykn 10 tti yommuun qopha’u ofii kiyya nyaachuun danda’a. Barruu fi quboota ko fayyadamee wantoota xixiqqqoo kaasuu barachaan jira. Akkan maatii keenya waliin nyaadhu naafa hayyami. Teesuma olka’aa ykn kan olna kaasu irra minjaala fuuldura taa’uun danda’a. Yeroo umuriin kiyya waggaa tokko guutu nyaatota maatiin keenya nyaatu hunda nyaachuun danda’a. Giddu gidduutti nyaata xixiqqoo naaf kennaa ciree, laaqanaa fi irbaata na nyaachisi. Nyaatota ana irratti rakkoo fiduu danda’an kan akka ocholoonii, fandiishaa, chiipsii, wayinii duudaa, fuduraa dheedhii, dhadhaa ocholoonii fallana guutuu foonii fi karameellaa baayee naaf hinkennin. foods foods

Transcript of wantoota xixiqqqoo kaasuu barachaan jira. oods Tartiiba ... · PDF fileBarruu fi quboota ko...

Filannoowwan fayyaa koof ta’an isaan kana dha!

Fallana tokko ykn lama dhiyeessaa.

Odeeffannoo dabalataaf.

Naannaa ji’a

9 irraa jalqabee

Nyaachuu

nan danda’a

naannaa ji’a 9 irraa jalqabee

Tartiiba kana eegiciree irratti, laaqana irratti ykn yero irbaataa irratti nyaatota qubaa dafanii qaqqabaniif firiijii keenya irratti.

DOH 961-1001 May 2014 OromoNamoota miidhama qaamaa wajjin jiraataniif, sanadichi yommuu gaafatamu foormaatota kan birootiin jira. Gaaffii dhiyeessuuf, maaloo 1-800-841-1410 (TDD/TTY 711) irratti bilbiilaa.

Maxxaansi kun kan fudhaatame sagantaa Kaalifoorniiyaa WIC irraayi. Irradeebiin kan maxxanfame eeyyaama waliin.

Sagantaa Nyaataa Mootummaa Washington WIC kan Hin qoodne. Dhabbatni kun carraa walqixxa dhiyyeessa dha.

Akkan ofii kootiin nyaadhuuf shaakala baayyee naaf kennaa. Akkan nyaata kiyya xuqee xabadhu naaf hayyamaa. Yommun nyaadhu nan arcaasa. Akkataan ani ittiin baradhu akkana!

Maaddii nyaata xiqqaa naaf dhiyeessa. Garaan koo xiqqoo dha. Ammam akkan nyaadhu akkan murteessu naaf hayyami. Yommuun beela’u beeka.

Nyaatota adda addaa akkan yaalu na taasisi. Yeroo jalqabaa waan ta’e yoon jaalachuu baadhe hindhiphatiin. Yeroo itti aanu xiqqoo naaf dhiyeessi.

Nyaatota lallaafoo xiqqoo irraa jalqabaa.

Naannaa ji’a 9 ykn 10 tti yommuun qopha’u ofii kiyya nyaachuun danda’a. Barruu fi quboota ko fayyadamee wantoota xixiqqqoo kaasuu barachaan jira.

Akkan maatii keenya waliin nyaadhu naafa hayyami. Teesuma olka’aa ykn kan olna kaasu irra minjaala fuuldura taa’uun danda’a.

Yeroo umuriin kiyya waggaa tokko guutu nyaatota maatiin keenya nyaatu hunda nyaachuun danda’a. Giddu gidduutti nyaata xixiqqoo naaf kennaa ciree, laaqanaa fi irbaata na nyaachisi.

Nyaatota ana irratti rakkoo fiduu danda’an kan akka ocholoonii, fandiishaa, chiipsii, wayinii duudaa, fuduraa dheedhii, dhadhaa ocholoonii fallana guutuu foonii fi karameellaa baayee naaf hinkennin.

foods

foods

Loom

ii Bi

lcha

ate

mur

mur

aam

e

Man

darii

nii

kan

katta

fam

e

Baaq

eela

a bi

lcha

ate

fi la

nqax

amaa

Asee

ta A

tara

aka

n bi

lcha

ate

Poom

iika

n ca

cabs

ame

Ruuz

ii M

agaa

laZi

kuni

ika

n bi

lcha

ate

Daab

boo

Lawu

zii

Xixx

iqqo

oxiq

qo x

iqqo

otiin

Fila

nnoow

wan

fay

yaa

koof ta

’an

isaa

n ka

na d

ha!

Falla

na tokk

o y

kn la

ma

dhi

yees

saa.

O

dee

ffan

noo d

abal

ataa

f.

Mur

aa F

ooni

i x

ixiqq

aate

e ka

n qo

pha’

e

naan

naa

ji’a

9 irra

a ja

lqab

ee

Paap

aaya

a m

urm

uraa

me

Baad

uu

caal

alam

e

Kudu

raal

ee

bilc

haat

e

Dam

man

Mak

aa

kan

mur

mur

amee

bu

lla’e

Mid

haan

Bifa

O

Qoph

aa’e

Abuo

kaaa

doo

caal

alam

e

Mid

haan

Dhe

edhi

i Bi

lcha

ate

k

an n

yaat

a da

a’im

aa y

kn

kudu

raan

itti

firfir

sam

Muu

zii

mur

mur

aam

e

Raaf

uu A

braa

ngoo

ka

n bi

lcha

ate

xiqqo

xiq

qoot

iin

Tim

atim

a Ch

eerii

xqqo

o xiq

qoot

iin

Anqa

aquu

Gaa

riitti

Af

feel

ame

kan

mur

mur

aam

e

(ji’a

12 b

ooda

)

Baad

uu C

aala

alam

exiq

qo x

iqqo

otiin

Mok

ooro

onii

fi

Baad

uu

Tofu

kan

katta

fam

e

Kira

aker

oota

Gra

haam

(han

ga ji

’a 1

2 gu

utut

ti go

soot

a da

mm

aa

hinf

ayya

dam

iin)

Eena

baa

mur

mur

ame

Hallu

u Gu

rraac

haka

n ka

ttafa

me

Kaar

ootii

ak

ka g

aarii

tti-b

ilcha

ate

fi ca

alal

ame

Nyaa

ta B

oqqo

lloo

Irra

Hojje

tam

uxiq

qo x

iqqo

otiinfo

ods