King County Flood Update Brochure - Oromo … magaalaa keessa joraattes, ganda qarqara magaalaa...
Transcript of King County Flood Update Brochure - Oromo … magaalaa keessa joraattes, ganda qarqara magaalaa...
Akeekkachiisuu Lolaa Malkoota (Galaanota) gurguddaa King County keessaaf
yeroo galaanni sitti dhi’oon guutuu jalaqabu lolaa akeekkachiisa ofumaan hojjetu argachuuf Harr’a galmaa’i telefooniin, ergaa barreeffamaan yookiis emailiin.
www.kingcounty.gov/flood206-477-4899
Kitaabni xinnoon waan tokko irratti xiyyeeffattu kun beeksisa
barbaachisaa of keessaa qabdi waa’ee lola’ina King County
keessaa. Adaraa 206-477-4812 bilbii nama afaan hiiku
gaafgadhu.
Aanaan King County to’annaa lolaa yaada addaan ta’e mootummaan uume natoo (fundii) kennuu fi imaammata dogoggora lolaa eeguuf projektotaa fi King County keessatti.
Boardiin aanaa to’annaa lolaa miseensota mana mare King County dabalateeti. Qabeenyaa bishaanii fi lafaa kan King County kutaa qabeenyaa uumamaa fi parkotaa (parks) misoomsee kaayyoo fi sagantaa ayyama eegumsa lolaa hojii irra oolcha.
Beeksisi waa’ee fiixaan ba’inni aanaa lolaa dugda fuula kanaa irratti ni argama. Beeksisichi www.kingcountyfloodcontrol.org irratti ni argama.
Balleensa lolaan ciisu: hojii isaanii fi guddina isaaniiBalleensi lolaan ciisa jechaan balleensa bakkee iddoo yeroo lolaan lola’u bishaanni walitti kuufamu. Garuu maaliif sun barbaachisaadha yeroo balaa lolaa gadabsuu ilaalchisu? Sababii akkaataa itti kuufamni bishaanii hojjetuun deddeebitii, cimina isaa fi turtaa lolaa gadabsa. Kuufamni lolaa akkasumas bishaan keenya lafa jalaa bakka buusa biqilaa fi bineensotaafis iddoo jireenya kenna.
Hojii murteessaa akkasii eeguuf, guddinni kuuama bishaanii keessatti sirreeffame. Ijaarsa, isa ijaarame suphuu yookiis wawayyeessuu, biqila dhaabuu, qonnaa fidirqama ayyamsiisu hundaa guutuun akka isaan karaa kuufama bishaanii irratti dhiibbaa hin goonetti akka hojjetaman isa nu hundi keenya irratti irkannee jirru.
Beektuu akka ijaarsa jiran suphuun yookiis wawayyeessuun akka gatiin isaa dhibba keessaa 50 caalu gaafataman lolaa irraa eegamuu fi seera
dirqamaa guutuun?
Odeeffannoo caalaatti argachuuf yookiis guddina seeraa alatti naannoo keetti ta’u himuuf, beeksisuuf King County kutaa
ayyamaa fi naannoo irra deddeebi’anii ilaaluu the King County Department of Permitting and
Environmental Review quunnami (duraan DDES) 206-296-6600 yookiis
www.kingcounty.gov/permits ilaali.
Akeekkachiisa lolaa King County isa haaraa App meeshaalee mobaa’ilii keeti irratti gadi fe’adhu yeroo isa dhugaa itti beeksisi lolaan bishaanii Skykomish, Snoqualmie, Tolt, Raging, Cedar, Green fi Galaanota White, fi Issaquah Creek itti ta’u argachuuf. App yaa’a bishanii ammaa, safara lolaan ga’ee jiruu beeksisaa fi akkasumas sadarkaa isa dhugaa lolaan itti gadi galu agarsiisa. Giraafiin
(graphs) guyyaa baayyeef odeeffannoo bishaanii fi waan fuulduratti ta’u akka arganiif namaa salphisa. Suuqii Apple App fi GooglePlay keessatti baasii malee tola argama.
Printed on recycled paper. Please recycle.1310_3479w_floodupdateBRO.indd wgab
Formaatotni filannoo jiru206-477-4812 (TTY Relay: 711)
Lolaa King County App Meeshaalee Mobiliif
Lolaa Dura1. Yoo naannoo lolaan gaaga’u jirta ta’e beeki. Gara
www.kingcounty.gov/iMAP www.kingcounty.gov/iMAP yookiis waami 206-477-4732 dhaqi.
2. Balaa lolaa qabeenyaa kee irra ga’u beeki. Gara www.floodsmart.gov yookiis 1-888-379-9531 waami.
3. Baraarsa lolaa biti. Sadarkaan baraarsa warra mana qabanii badiisa lolaan ta’e hin haguugu, dirqama guyyaa 30 eegantu jira polisii (Policy) prograamii (program) haaraa biyyaalessaa baraarsa lolaaf.
4. Maatii keetiif, qonnaa yookiis hojii keetiif kaayyoo balaa ammayoomsi.
• Gara lafa ol ka’aatti mana keetii yookaan hojii kee irraa kaaftee karaa nagaa baayyee beeki.
• Tarii yoo miseensonni maatii garaagara ba’an bakka itti wal argitan murteessi.
• Konyaa keessaa ala nama quunnamtu muudi tarii yoo toorri naannoo qabamaa ta’e.
• Meeshaalee balaa walitti qabi.
5. Olloota keetti dubbadhu waa’ee lolaaf qophaa’uu, muuxannoo duraan qabdu kan biraas gargaarsa addaaf barbaachisa kan ta’e.
6. Balaa lolaa gara fuula duraatti ta’u danda’u xinneessi.
• Konkolaatota, meeshaalee, horii lubbuu qaban yookiis beneensota mana keessaa gara lafa ol ka’aatti geessi.
• Waan gati jabeessaa fi kemikaalii (chemical) mana keessaa laf alolaan hin qaqqabne kaa’i.
• Kuusaa qullata (tank) lafa jalaa jabeessii samsaami (seal).
• Cirrachaa fi karaxitii cirachaa duraan dursitee argadhu, akka ta’utti akka itti dhimma ba’anis baradhu.
• Meshaa ittiin karaa bishaanni dhimmisu qorattu ujummoo lafa jalaa akka bishaanni boodatti deebi’ee ujummoo alatti yaasu hin cuqqaalle eegu mana keessatti galchi
• Karaa qooraatti eegi, cufantaan bubbee fi qadaaddii baalaa fi jijjiga yookiis caccaba irraa bilisa ta’u qabu.
• Bo’oo lolaa qulqulleessi. Seeraa ala gadi naquu (damping) gabaasi: 206-477-4466 yookiis 1-800-325-6165.
Yeroo Lolaa1. Hin adeemin, dhoqqee fi lolaa keessa yookiis konkolaataa
hin kaachisin naannoo lolaan jiran.
2. Oduu naannoo, ujummoo bishaanii to’adhu ammayoomsuu balaaf.
3. Mana ba’uuf qophaa’I yoo gorfamteef manaa ba’I battaluma sanatti.
• Yoo konkolaataan kee lolaa keessatti dhaabate, hamma danda’ame dafii itti dhiisee sokki iddoo nagaatti kallattii duraan dhufteen.
• Daandii godaansaaf gorsame duukaa bu’I, karaan kutaa gabaabaan tarii cufaa ta’aa.
4. Yoo nagaadhaan mana kee yookiis ijaarsa keessaa ba’u dadhabdeef sababii ol ka’a bishaanii dafee guutaa jiruuf, lakoobsa 911 waami gargaarsaaf. Sana booda iddoo ol ka’aatti yookiis bantii manaatti. Uffata ho’aa bokkaa, cabbii fi qilleensi kan keessa hin seenne (weatherproof), baatirii, telephoonii harkaa fi raadiyoonii harkaa fudhadhuu ba’i.
5. Yeroo lolaan dhufuuf ga’u, garuu yoo yeroon jiraate ayyame duwwaa:
• Gaas Vaalvii (gas valve) isa guddaa caalaa cufi.
• Utilitii (utilities) hundaa mana kee keessa jiran iddoo isa tokkich hunda dhaamsuun cufi. Meeshaa korreentii fedhe illee itti hin bu’in yoo bakka gogaa jiru ta’e malee yookiis ati muka gogaa irra dhaabatta ta’e malee utuu kophee keessi isaa laastiki ta’e fi gaantii laastikii keewwattee malee.
• Galmee lolaa deeffannoolee lakkoobsaan himan waan akka yeroo, safartuu (gage) dubbisuu, fi ol ka’ina lolaa naannoo gara fuula duraatti itti fayyadamuuf lolaa naannoo keetti ta’u hubachuuf. Addaan kan ta’e to’annoo mana kee keessatti yookiis iddoo hijiittiiis itti dabali.
Lolaa Booddee1. Mana keetti deebitee utuu hin galin, of eeggadhu
ijaarsa baduu danda’u, gaazii (gas) yaa’u, koreentii citaa fi shuboo jiruuf.
2. Nama ogeessa sirna ho’inaa (heating system) paneli (panel) korrentii, outlets fi appliances, nagummaaf utuu itti dhimma hin ba’in ilaalchisi. Kompany gaasii waami akka dhufanii bananiif.
3. Dura’aantee (procedures) duukaa bu’I qulqulleessuu nagaa qabeenyaa mana keessaaf, nyaataa, bishannii fi qabeenyaaf.
4. Waan siduraa bade galmeessi. Suuraa badanii fi galmee wallaanuuf gatii inni baasu. Abbaanaa baraarsa (insurance agent) kee waami iyyata badiisa lolaatiif.
5. Xuqaa milikkita lafa bishaanni caalaatti ga’e mana kee keessattii yookiis ijaarsa bade milikkiteessi.
6. Irraa jalaan suuta lafa bishaanni guutee mana keessaa waraabii (gara sadii keessaa harka tokkoo guyyaatti) baasi badiisa ijaarsaa akka caalaatti hin balleesinetti.
7. Akka ta’utti kaasii korojoo ashawwaa dhangalaasi.
8. Oduu naannoo bishaan bake ba’inaa gargaarsa balaa fi akkaataa itti galmaa’an ammayyoomsan dhaggeeffadhu.
Karaxitii ashawwaan lolaa loluuKaraxitiin ashawwaa ittisuu yookiis lolaa lafa kee irraa muraasessuu ni danda’a daangaa lolaa
uumuu fi bishaan jallisuun. Suuqii meeshaa kushinaatii karaxitii ashawwaa bituu ni
dandeessa dursitee mana naqachuuf. Yeroo lolaan ta’u, King County Flood Warning Centeriin
waami karaxitii ashawwaa tola yeroo rakkina balaaf jira yoo ta’e. Lolaa booda, karaxitii
ashawwaa akka adeemsa bulchiisa seera naannoo keetiitti kaasuutu si irra jira. Odeeffannoon
waa’ee karaxitii ashawwaa kana irra jira www.kingcounty.gov/flood.
Eegumsi lolaa aanaa King County kaayyoo suphuu Galaana Snoqualmie irratti, Sadaasa 2012.
Hojjetoota King County Lolaa Galaana White irratti to’atan.
AMMAYOOMSUU LOLAA
Yaa’a Galaanotaa King County
Facebooki irratti.
Wiirtuun King County Akeekkachiisa Lolaa lakkobsa telefoonii haaraa qaba!
206-296-8200 yookiis 1-800-945-9263Yeroo lolaan ta’utti, Wiirtuun Akeekkachiisa Lolaa King County guyyaatti sa’atii 24iif banaadha hojjetootni waamicha keessan kaasuuf akkasumas beeksisa ol ka’ina galaanaa, cufamuu karaa, karaxitii cirrachaa hiruu, gadi dhiifamuu kuufama bishaanii, lolaa gara fuula duraatti dhufu himuu fi atattama tajaajilootaan.
Hojjtootni King County warra lolaa to’atan arguuf salphaa ta’u qaba uffata of eeggannoo isaan uffatanii fi konkolaataa King County isaan kaachisaniin. Isaan dhiiraa fi dubartoota warra asiif achi marmaaranii mannee galaanaa fi lafa inni ga’e to’atan, alii alii qabeenyaa dhuunfaa irra, galaana yaa’a cabsee yaa’u, guutee irra dhangala’uu fi kan biraa akkaataa yeroo lolaa sodaachisaan akka wiirtuu akeekkachiisa lolaatti beeksisaniif.
Bishaan boollaa (ground water) bishaan dhugaatii kenna
balleensa lolaa
Yoo magaalaa keessa joraattes, ganda qarqara magaalaa yookiis baadiyyaa beeksisa yero gannaaf barbaaddu hundaa walitti qabadhu. Tarreeffama sakatta’u asitti argatta, lakkobsa bilbilaa, akeekkachiisotaa fi deggersoota biro waan akka cabbiif qophaa’uu, yeroo ibsaan baduu, Ganna konkolaataa oofuu, akk karaan itti jiruan, iddoo tokko bakka biraatti darbuu fi lola’ina bishaanii. Beeksisi loqoda Spanishi, China, Vietname, Russia, Somale, Korea fi Tagalogiin jiru. www.takewinterbystorm.org
Kuufamni lolaa kuufama bishaan lolaaf kuusaa (Storage) kenna yeroo bishaanni mannee isaa irra guutee dhagala’u.
White River
Green River
Puyallup River
Tolt
River
Ragin
g R
iver
Snoqua lmie River
Nor
th F
ork
Sn
oqualm
ie River
Middle Fork Snoqualmie River
South Fork Snoqualmie River
Lake S
amm
amis
h
Puget Sound
Puge
t Sou
nd
ElliottBay
Commence- ment Bay
Lake
Was
hingt
on
Samm
amish R
iver
Cedar River
Duw
amish River
Issaquah Creek
Skykomish River
South Fork
SNOHOMISH COUNTY
KING COUNTY
KING COUNTY
PIERCE COUNTY
KITS
AP
COU
NTY
KITT
ITA
S CO
UNTY
Tolt River Dam
Howard Hanson Dam
Mud Mountain Dam
520
522
5
520
202
203
509
509
167
515
90
405
405
99
99
99
5
5
900
90
164
18
18
516169
169
410
2
KIRKLAND
REDMOND
SAMMAMISH
DUVALL
WOODINVILLEBOTHELLLAKEFOREST
PARK
KENMORE
MERCER ISLAND
RENTON
TUKWILA
SEATTLE
SEATTLE
SEATTLE
BURIEN
SEATAC
BELLEVUE
ISSAQUAH SNOQUALMIE
CARNATION
NORTHBEND
SHORELINE
FEDERALWAY
TACOMA
AUBURN
AUBURN
PACIFIC
KENTDES
MOINES
VashonIsland
MauryIsland
BLACKDIAMOND
MAPLEVALLEY
COVINGTON
ENUMCLAW
C
G
S
S
S
T
W
I
N
M
S
Galaanota King County 2013-2014
American Red Cross (Masqalii Diimaa Ameerikaa)206-323-2345 yookiis 360-377-3761www.seattleredcross.org
Attamittiin Nyaata Akka Itti Qopheessanwww.kingcounty.gov/�oodservices
Akeekachiisota Lolaa King County206-477-4899www.kingcounty.gov/�ood
Wiirtuu Akeekkachiisa Lolaa King County206-296-8200 yookiis 1-800-945-9263
Mana Jireenyaa King County Sagantaa suphuu (ijaaruu)Natoo (Fundi) chaalaatti barbaachisaa mana suphuu wara galii xinnoo qaban, ulaagaa qabeenyaa manaa kan guutu mana warra qabanii. 206-263-9095www.kingcounty.gov/housingrepairs
Waajjira King County da’o Taliiga Balaa – Beeksisa206-296-3830
Karaa King County 24/7 toora gargaarsaa206-296-8100 yookiis 1-800-KC-Roadswww.kingcounty.gov/roadalert
Akeekkachiisota Karaa King Countywww.kingcounty.gov/roadalert
Jeeqamsoota Baabura Lafa Jala Adeemu (Metro) Geejjabaawww.kingcounty.gov/metro
Lolaa Biyyaalessaaf Sagantaa Baraarsaa1-888-379-9531www.�oodsmart.gov
Fayyina Uummata Seattlei � King County Septic Tanki � Dhibee Boola Bishaanii206-296-4932
Ganna Obonboleettiin Fudhadhuwww.takewinterbystorm.org
• Meeshaaleen Balaa Baatrii yookiis raadiyoo crankiin hojjetuu � dabalata baatirii wajjin
• Gargaarsa Duraa fi fiishkaa kennu• Baatrii dhagaa dabalataa wajjin• Koppy barbaachisaa harshamaa plastikii keessa kaa’anii
(Hayyama konkolaataa oofuu, beeksisa insuransii, baankii maatii akkasumas kan biraa barbaachisaa ta’e.)
• Bishaanii fi nyaata hin badne maati keetii fi bineensota duyya baayeef ga’u.
• Wayyaa ho’aa fi kophee/bootti jabaa fi uffta qorraa.• Qulqullina ofiif waan barbaachisu hundaa.• Qoricha hakiimiin ajaje• Meeshaalee ijoolleetti tolan (uffata qorraa, kitaabolii,
ashangulliitota.)Facebook Irratti bishaanota King County Faana Dha’i
Beeksisa Balaa Lolaa Meeshaalee yeroo balar gargaaran
Galaana
Galaanni Cedar Landsburg bira yaa’a
Galaanni Green Kan safarame yookiis yaa’a lolaa eegamu Magaalaa Auburn biraa.
Galaana SnoqualmieWalitti dabalama Kaabaa, Giddu Galeessaa � karoota lakkuu.
Galaana ToltMagaalaa Carnationitti dhi’aatee yaa’a
Galaanni White Lolaa kuufama gaara dhoqqee irraa gadi dhiifame
Fuula 2 Fuula 3
Dhiibbota Galaanaa Lolaa Irraa EegamuFuula 4
5,000 kubic caammaa (kophee) SeckoondiittiItti dabalee karaan baayyeen kan wal darraban ni cufamu ta’a Cedar Grove Road SE, Maxwell Road SE fi SR-169 lafa itti Cedar Grove Road SE. lafa itti walitti bu’anitti dhi’oo. Lafti karootiin itti dhuman tarii wal darabu ni cufamus ta’a Jan Road SE (SE 197th Street), SE 203rd Street, SE 206th Street, fi SE 207th Street. Dabalatanii. Lolaan gadi fagoonii fi dafee lola’u akkaataa balaa uumuu ni danda’a bakka guutummaa dirree lolaa hundaatti.
C
G
S
T
W
8,500 kubic caammaa (kophee) SekoondiittiBishaanni guutee yaa’u tarii magaalaa Carnation irra ni ba’a ta’a. Lafa mannee cabsee yaa’u bankii kibbaa sulula Snoqualmie fi Trail Bridge gidduu fi Highway 203 bridge (riqicha) 323rd Place NE Street bira. Jijjiiramoonni jallisii ni ta’u ta’a hamma laga xinnoo galaana Tolt River Road NE/361st Avenue NE fi daarii baha magaalaa Carnation.
38,000 kubic caammaa (kophee) SeckoondiittiManneetiin taa’umsaa baayyeen tarii sodaachisaa yaa’aa lolaa bishaan guddaan isaan irra ni ga’a ta’a. Karootiin wal qaxxaamuran Woodinville-Duvall Road, Carnation-Duvall Road, fi Moon Valley Road ni ta’u.
20,000 kubic caammaa (kophee) SeckoondiittiOlka’inni lolaa garaagaraa guutummaa Snoqualmie Valley irratti tarii ni ta’a. Karootiin kan tarii wal darraban Fall City-Carnation Road; Tolt Hill Road; fi Novelty Flats Road dabalateeti.
12,000 kubic caammaa (kophee) SeckoondiittiLolaa dacha lafaa. Karootiin walirra darban Neal Road SE; Reinig Road, West Snoqualmie River Road NE (Walker Road); Snoqualmie Meadowbrook Road; fi Mill Pond Road.
2,800 kubic caammaa (kophee) SeckoondiittiJones Road 156th Place SE biraaa tarii waldarrabee ni cufama ta’a.
4,200 kubic caammaa (kophee) SeckoondiittiGadi jallaan Dorre Don Way fi Byers Road SE tarii wal darabanii ni cufamu ta’a. Karoonni kun ollummaa baayyeen ittiin walitti dhufuuf carraa banu amma tarii cufamanii akka namoonni achii godaanan dirqamsiisa.
7,000 kubic caammaa (kophee) SeckoondiittiLolaa lafa dacha sulula keessaa irraan olee magaalaa Auburn.
9,000 kubic caammaa (kophee) SeckoondiittiLolaan gadi fageenya garaagaraa ni ta’a sulula keessaa gara irraan olee Auburni fi Mill gara gadii Creek Basin, Southeast Greenii fi West alley Road tarii wal darrabu ta’a.
12,000 kubic caammaa (kophee) SeckoondiittiLolaan yaadchisaan ittisa cabsee irra dhangala’u ni argama ta’a yookiis kuufama irraan kan ka’e tarii ni dadhaba.
12,000 kubic caammaa (kophee) SeckoondiittiLolaan sodaachisaa guddaanii fi caccabaan lolaan guuree adeemu tokkoo tokkoo galaanota keessatti ta’u ni danda’a. Lolaan manii isaarra dahangala’u ni danda’aa magaalaa Pacifiic fi magaalaa Auburn keessatti.
10,000 kubic caammaa (kophee) SeckoondiittiNaannoo Red Creek warri jiraatan tarii lolaa humnaan bubbissan, waan caccabaa inni guuree yaa’uu fi lolaa mana keessa yaa’u irra ni ga’a. lolaan guutee dhangala’u magaalaa Pacifictti ni ta’a
8,000 kubic caammaa (kophee) SeckoondiittiNaannoo Red Creek warri jiraatan karaa bishaanni irra buufatee fi bishaan guute irra ni ga’a. Lolaan guutee dhangala’u magaalaa Pacifictti ni ta’a.
5,000 kubik caammaa (kophee) sekoondiittiBishaanni ol guutee 353rd Avenue (karaa) irra lola’ee naannoo San Souci keessa; bishaanni karaa Galaana Tolt NE ce’u Olla naannoo San Souci. Bishaanni guutee daandii cabsee lolaa mana duubaa corroqeessuu danda’a karaa bankii gara kibbaa Snoqualmie fi sulula Trail Bridge fi Highway 203 Bridge 323rd Place NE bira.
3,500 kubic caammaa (kophee) SeckoondiittiManneetiin naannoon San Souci tarii hin ceesisu ta’a; 353rd Avenue NE tarii bishaan gadi fagoo fi lola’ian jabaa ni argata ta’a bakka jallisiin karaa qaxxaamurutti. Ijaarsi lolaa ittisu karaa baankii kibbaa Snoqualmie Valley Trail bridge fi Highway 203 riqichi NE 32nd Street tarii lolaa cimaa ni argata.
Galaanni CedarLandsburg bira yaa’a
Galaana GreenSafaramee yookiis abdatame Auburn bira yaa’uu
Galaana ToltCarnation bira yaa’a
Galaana WhiteYaa’a Haroo Tulluu Mudii gadi dhiifame
Galaana Issaquah - Dheerina (waltajjii) Hobartitti dhi’o magaalaa Issaquahiin murtee�ame ol guddina bishaani irratti murtaa’ee (waltajjii)
12,000 kubik caammaa (kophee)
secondiitt
9.0 caammaa (kophee)
38,000 kubik caammaa (kophee)
secondiitt
12,000 kubik caammaa (kophee)
secondiitt
8,500 kubik caammaa (kophee)
secondiitti
5,000 kubik caammaa (kophee)
secondiitt
20,000 kubik caammaa (kophee)
secondiitt
10,000 kubik caammaa (kophee)
secondiitt
8.5 caammaa (kophee)
9,000 kubik caammaa (kophee)
secondiitt
5,000 kubik caammaa (kophee)
secondiitti
4,200 kubik caammaa (kophee)
secondiitt
6,000 kubik caammaa (kophee)
secondiitt
5,000 kubik caammaa (kophee)
secondiitt
6.5 caammaa (kophee)
5,000 kubik caammaa (kophee)
secondiitt
2,500 kubik caammaa (kophee)
secondiitti
1,800 kubik caammaa (kophee)
secondiitt
12,000 kubik caammaa (kophee)
secondiitt
8,000 kubik caammaa (kophee)
secondiitt
7.5 caammaa (kophee)
7,000 kubik caammaa (kophee)
secondiitt
3,500 kubik caammaa (kophee)
secondiitti
2,800 kubik caammaa (kophee)secondiit
9.31 caammaa (kophee) Sadaasa 2006
11,700 kubik caammaa (kophee) secondiitt
Amajjii 2009**
13,800 kubik caammaa (kophee) secondiitti
Amajjii 2009
54,110 kubik caammaa (kophee) secondiittAmajjii 2009
12,200 kubik caammaa (kophee) secondiitt
Sadaasa 2006
7,870 kubik caammaa (kophee) secondiitt
Amajjii 2009
14,200 kubik caammaa (kophee) secondiitt
Sadaasa 1911
28,100 kubik caammaa (kophee) secondiitt
Sadaasa 1959
17,400 kubik caammaa (kophee) secondiitti
Muddee 1959
28,000 kubik caammaa (kophee) secondiitt
Muddee 1933***
Galaana 1 2 3 4 Qucee ammaa Qucee Lolaa*
C
G
S
T
W
I
* Utuu kuufamni guddaan hin ijaaramin.
** Injineerota U.S Army Corps irraa galmee (data) arganne irraa yaa’a gadi dhiifamekuufama dhoqqee gaaraa irraa.
*** Galaana White Buckley biraatti gabaasame.
Sadarkaa 1: Lolaa dhugaan hin lola’u (ta’a.) Hojjetoonni King County garuu si’aanii yeroo lolaan ta’u to’atu
Sadarkaa 2: Lolaa muraasi ni lola’u. Wiirtuun Akeekkachiisa Lolaa King County ni banama hojjetoonnis guyyaatti sa’atii 24 tajaajila kennuuf.
Sadarkaa 3: Lola’ina giddu galeessa. Hojjetaan King County Lolaa caqasan ergamaniiru akka meeshaalee eegumsa lolaa to’ataniif, waan akka bishaan daandii isaa cabsee ba’uu, ofii ilaaluuf.
Sadarkaa 4: Lolaa guddisee hamaa: Eegumsi lolaa itti fufa akkaataa lolaa marsanii ni ilaalu wiirtuun akeekkachiisa lolaa banaatti tura.
Bifa Akeekkachiisa Lolaa King County
Wiirtuu Akeekkachiisa Lolaa King County
206-296-8200 yookiis 1-800-945-9263
Bifoota Lolaa Galaanaa
cfs = kubik caammaa (kophee) secondiitti – safara qabiyyee bishaanii (kubik caammaatti) kan dhaaba galaana murtaa’e darbee yaa’u sekondii tokkotti.
Galaana Snoqualmie Ida’ama kaabaa, qixxe lamaani � kibbaa gargar hiramuN M S
N
MS
River and Floodplain Management Section0 2 Maayilii 4
Onkololeessa 2013
Kaaba
Beeksis kaartaa kana irratti argamu hojetoota King County biraati iddoo baayee garaa garaatii walitti qabame utuu beeksisa hin kenninis jijjiiramuu ni danda’a. King Countyiin bakka bu’ama yookiis raga barreeffamootaa hin kennu, hin hubachiisu yookiis yaada hin kennu, dogoggora maleessummaa isaa, guutuu ta’’u isaa, yeroon ta’u isaa, yookiis mirga beeksisa akkasiitti dhimma ba’u isaa. Sanadiin kun akka quwanno omishaatti dhimma itti ba’uuf hin yaadamne. King Countyiin dirqama hin qabu waliigalaa, addaa, kallattiidhaan, ta’umsaan, yookiis miidhaa garaagaraa ta’u danda’uun dabalate, duwwaa utuu hin ta’in, galii badan garaagaraa yookiis bu’aa badan sababii beeksisa kaartaan kun qabu kanatti dhimma ba’uu fi itti dhimma ba’u dhiisuun. Gurgurtaan kaartaa kanaa yookiis beeksisa kaartaa kana irra jiru gurguruun dhorkaadha ayyama King County barreeffamaan yoo gaafachuudhaa baatameef.
USGS Galaana Gege
Haroo
Himtee