DANBII NAMUSAA - africa.dummenorange.com · Akka dhabbata daldaalatitis ibsama daldala adunyaa...

18
NAMUSAA DANBII

Transcript of DANBII NAMUSAA - africa.dummenorange.com · Akka dhabbata daldaalatitis ibsama daldala adunyaa...

Page 1: DANBII NAMUSAA - africa.dummenorange.com · Akka dhabbata daldaalatitis ibsama daldala adunyaa irratti fudhatama qabu ykn hojmata fudhatama qabuu hojirra olchuu qabna. Waan kana ta’eefu,

NAMUSAA D A N B I I

Page 2: DANBII NAMUSAA - africa.dummenorange.com · Akka dhabbata daldaalatitis ibsama daldala adunyaa irratti fudhatama qabu ykn hojmata fudhatama qabuu hojirra olchuu qabna. Waan kana ta’eefu,

2 | D A N B I I N A M U U S A A

1 S e en s a ............................................................................. 03

2 S on a a le e ...................................................................... 04

3 Qajeltoowwaani hojii keenyaa ............ 06

4 Danbii Namusaa keenyaa kabajuu ............ 12

5 Cabiinsa danbii saxiluu ....................................... 14

6 Ergaa cufiinsaa hoganna Ol’aanaa ......... 16

BAFATA

Danbiin namusaa keenyaa jabeesituu sonaalee mummeellee shananiiti. Waan kana ta’eef, sonaalee keenyaa bu’uuraa godhachuudhaan hojilee keenyaa yoomuu rawwannuu:-ofii keenyaaf, walittii dhufeenya walwajiniin qabnuuf, industirii keenyaaf, adunyaa keenyaaf, akkasumaas bu’aalee waliinii keenyaaf dalagaa fayyadaan ni rawwanna.

Page 3: DANBII NAMUSAA - africa.dummenorange.com · Akka dhabbata daldaalatitis ibsama daldala adunyaa irratti fudhatama qabu ykn hojmata fudhatama qabuu hojirra olchuu qabna. Waan kana ta’eefu,

S E E N S A | 3

Hojilleen hogayyuu rawwanu nu’ummaa keenyaa ni ijara akkasumas bifa itti fufiinsa qabuun eenyummaa keenya ni boca. Akka dhabbata daldaalatitis ibsama daldala adunyaa irratti fudhatama qabu ykn hojmata fudhatama qabuu hojirra olchuu qabna.

Waan kana ta’eefu, itti gafatamummaa guddaa kana galmaan gahuudhaaf soonalee mummee qabnu hirmaachuu caalayyuu soonalee keenya karaa ifa ta’een hubannee rawwachuudhaaf kan nu gargaaru danbii waliin ta’ee qoddachuunis nurraa eegama.

Danbiin namuusaa Kun kitaaba qajeelfamoota qabatee osoo hin ta’iin sochilee namoota dhunfaa kamiyyuu jechuun jiruu keenyaa irrattii, warra hojii waliin hojannuu irratti,mamilootaa keenyaa irratti, qooda fudhattoota keenyaa irratti, akkasumas hawwasa keenya irratti dhibbaa umuu irratti kabajaa qabnu sanada qabatamadhaan galmeessee qabudha. Danbiin Kun waliigaltee bayy’ee barbachisoo walwajjiin wal deegarree ittiin dhabbannudha. Gaafiin hamilee ykn namuusa tokkoo hanga kamiyyuu walxaxaa ta’uus kayyoon danbii kanaa qajeelaa fi ifa; kunis isaa sirrii ta’e qofa rawwadhuu Kan jedhuudha.

Haqummaa, namootaa ija sirriidhaan kan fudhatu nama fi seera nama kabajuu ta’i. Tokkoon tokkoon keenyaa akka nama dhunfattii soonalee kana ni hubannaani kabajna; akka dhabbata adunyawwatiis tokkoo tokkoo sochilee hojii dumeen oreenji keessa jiraan irrattii akkaa bitnu aagaan bu’uraa akkaa jirachuu qabus ni beekna. Danbiin Namusaa keenaas kanuma nuttii mul’isa. Rawwatiinsa mul’ata kanaa mirkaneessuun ittii gafatamummaa hogayyu tokkoo tokkoo keenyati; akkaa hojirraa olchinuus hin shakku.

Amallii keenya bu’aa kenyaaf bu’uura. Waan ta’eefis, waggoota dhufaniif sonaalee kaniin waliin qoddachuudhan yeroo bu’a qabeessaa ta’ee akka qabnu abdiin godha.

Biense Visser, CEO

DANBII NAMUUSAA SEENSA

Page 4: DANBII NAMUSAA - africa.dummenorange.com · Akka dhabbata daldaalatitis ibsama daldala adunyaa irratti fudhatama qabu ykn hojmata fudhatama qabuu hojirra olchuu qabna. Waan kana ta’eefu,

Feedhii c im a an h ojilee ye roo f i sochilee h ojii hun d a keessat tii e rgam a kee nya a ,

umm ata kee nya a akka s um a s , hum an a d dunya a waliin keessa a jirannuun

waliin wal s im s i see dh abbiin jirat uu dh a .

Hojii keenyaa haqumaadhaan , iftoominaan , ittii gafatamummaafi amanamummaadhaan

hojachuudhaan amanamummaan argame walittii dhufeenyaa qabnuu irrattii amanamummaa cimsaa , mo’annaa keenyaanis akka boonnu nu godha .

Sonaleen keenyaa qajeelfama garee bulchiinsa ykn ogeessoota xiqqoo filataman irraa fudhatamee kawwaniif dabree miti. Calatiyyuu

tokkoon tokkoo sona kana utubaa dhabbii waggoota heedduuf hojii keenyaa ittiin rawwannee yoo ta’uu mogaasaa,wammichaa daldalaa ykn seenaa kamiyyuu caalaa ilaalchaa tokkoon kayyoo tokkoof sochii caseefamma dhabbii eenyummaa fi nu’umma keenyaa ibsuudha. Hundii keenyaa bu’uura tokkorraa kaneeti mul’ataa tokkoof hojanna.

Yadoonni Amala Ta’uu Danbiin namusaa keenyaa sonalee shanani Murteessoo ta’aan hojii keenyaa hunda irrattii bu’ura godhannee akkaa sochoonuu nu gargaru. Sonalee keenyaa bu’ura godhannee yoomuu hojannuu ammo ofii keeenyaaf, walittii dhufeenyaa qabnuuf, dhabbata keenyaaf, adunyaa keessaa jirannuufi Mo’anna waliin ta’ee hundaaf n hojanna jechuudha.

4 | D A N B I I N A M U U S A A

KAAYYOO FEDHII CIMAA IRRAA MADDEE

AMANAMUMMAA CIMSUU

OFITTI

SONAALEE

Page 5: DANBII NAMUSAA - africa.dummenorange.com · Akka dhabbata daldaalatitis ibsama daldala adunyaa irratti fudhatama qabu ykn hojmata fudhatama qabuu hojirra olchuu qabna. Waan kana ta’eefu,

Feedha tokkoo tokkoo mamiloota keenyaa haqumaa fi

amanamummadhaan tajajiluun carraa daldala mo’annaa waliini cimsaan

umuu. Furmataa yeeroo fi iddoon hin dangoofnee gita daldaala dararaa waliin

walitti dhufeenya qabaan burqisisa.

Bifa ittii fufiinsa qabuun sadarkaa qulqullinaa keenyaa guddisuudhan

sadarkaa rawwii ol’aana irraa kaasee gahee dursumaa akkaa qabannuu kan

nu dandeessisu ta’uu calayyuu sadarkaa guddinaa hundee qabeessaa fi mo’annaa

gadfageenyaa qabuuttii nu ceesisuu.

Ililliiwwan wa’ee amalaa, bareedinaa, gammachuu, lubbuu akkasumas ogummaa

bl’inaan ni ibsu. Ililliwaan akka walittii dhufnuu, waliigallu akkasumas akkaa

jiruu fi miraa hogayyuu keenyaa waliin hirmannuu humna nuuf kennuu.

S O O N A A L E E K E E N Y A A | 5

F U R M ATA L E E DANGAA HIN QABNE

DANGAA MILKA’INAA GUDDISUU

FEEDHA MIRAA GUDDISUU

Page 6: DANBII NAMUSAA - africa.dummenorange.com · Akka dhabbata daldaalatitis ibsama daldala adunyaa irratti fudhatama qabu ykn hojmata fudhatama qabuu hojirra olchuu qabna. Waan kana ta’eefu,

6 | D A N B I I N A M U U S A A

Amanamummaa Hojilee keenyaan, barreefama keenyaan akkasumas jechoota dubbannun amanamumma fi haqummaa ni mul’isna. Beekumsa qabun yaadoota ijaraa nuuf kennamuu waliin wattii maknee ni rawwanna; qoodaa fudhatoota keenyaa waliin kabaja fi amanamumma qabnuun itti fufna.

Itti Gafatamummaa Hojii f i ittii gafatamummaa keenyaa sirrittii beekna. Itti gafatamumma hojii nurrattii gatamee ba huuf human keenyaa hundattii fay yadamna. Hojii keenyaaf i murtiw waan keenyaaf ittii gafatamummaa fudhanna. Warrii birootis gocha raw wataniif i murtii isanitiif a kka itti gafatamman goona. Seera Kabajuu Seeroota fi danboota nannoo,godinalee,biyyooleessaa fi adunyaa ni hubannaa,ni kabajna,akkaa rawwatanis ni goona. Seerootniifi danbiwwaan kuniin hojillee hogayyuu hojannuu ni bitu. Gochii seeraan alaa akkaa rawwatamuu heyyamuun akkasumaas dabarsan saxiluu

dhabuun sadarkaa seeraan,danbiitiin fi hamileetiin akka nama gafachisuu ni beekna.

Kennaa fi oltummaa Kennaa fi oltummaan yaadaa gaaridhaan kennamus dabalatee walittii hidhaaminsi danta kumiyyuu sirrii akka hin tanee akkaa dudhattii ni ammanna, walxaxainsi kana fakkataniis akka hin umamanee gochuf of eeganna. Kan kennee wanta kenneef akkaa waa kennamuf barbaduus barbaduu dhisuus nuuti haluma kaminuu kennaa ykn olummaa kennuu fi fudhachuu irraa of qussanna.

Walittii Bu’iinsa Dantaa Hojii hogayyuu hojannuu keessattii walittii bu’iinsi dantaa dhunfa fi kan ogumma umammuun akka hin ollee ni hubanna. Fakkeenyaaf, walittii dhufeenyii namoota dhunfaa kayyoo isaani akka galmaan hin geenyee gochuu cinaattii qajeelaan hojii isaan akka hin hoganne dadhabsisa. Kanaafu,walittii bu’insa dantaa kana fakkatuu adda baasuu,ittisuu,akkasumaas bu’uura rakkinaa kana qaama ilaalatuttii beeksisuuf ittii gafatamummaa guddaa qabna.

Fakkeenyootni armaan gadii hojil leen

hogayyuu keenyaa akkamitt i i akka

rawwatamani f i fayyidaa irraa olaan

nutti i mul ’su. Dudhaaleen kun ergama

keenyaa qabatamaan akka ilaalluu nu

gargaruu akkasumas, ulaagaa ifaa f i

gadfageenyaa qabu addunyaan beekuu

hojattootnii Dümeen Oreenji hundii

hubatanii dhunfaan ykn walitt i i dhufeenyaa

wali in qaban irratt i i it t i fayyadamanii bu’aa

akka galmeessan godha.

Ha q u mm a a H a qu m m a a jechuu n dud h a a lee bu’u r a a qa bnu i r r at t i i hu ndoof nee hoji i keeny a a r aw w a chuu jechuud h a . Ku n i i s w a a n h a sof nuu t a a nee a r ga mu f i w a a n t a’ee a m mo h a saw uu d a ba l at a . Tok koo t ok koo hoji i keeny a a h a qu m a d h a a n i f i it t i i ga fat a mu m m a g uut ud h a a n n i r aw w a n n a ; u l a a ga a dor gom m i i f i seeroot a a du ny a a n i k a bajn a ; m a qa a f i beek a mt u m m a keeny a a f i d h a bbat a keeny a a n i eg i n a .

D U D H A A L E E H O J I I K E E N YA A

Page 7: DANBII NAMUSAA - africa.dummenorange.com · Akka dhabbata daldaalatitis ibsama daldala adunyaa irratti fudhatama qabu ykn hojmata fudhatama qabuu hojirra olchuu qabna. Waan kana ta’eefu,

D U D H A A L E E H O J I I K E E N Y A A | 7

Page 8: DANBII NAMUSAA - africa.dummenorange.com · Akka dhabbata daldaalatitis ibsama daldala adunyaa irratti fudhatama qabu ykn hojmata fudhatama qabuu hojirra olchuu qabna. Waan kana ta’eefu,

8 | D A N B I I N A M U U S A A

Mirgoota Namooma Seerootni mirga namoomaa motummoota gamtoomanii (www.un.org/en/documents/udhr/ ) ilmaan nama hundii sanyiin, bifaan, saalaan, afaaniin, siyyaasaa fi ilaalchaan, sabummadhaan ykn walittii hidhaaminsa hawwasummaa qabaniin, qabeenyaan, dhalootaan, haalootaa jiraan birootiin osoo hin dangeeffamnee mirgaa namooma waliqixa qabachuu akka qaban ni tumaa. Nutiis tumaalee kana ni kabajna, ni rawwachisna.

Nageenya fi Fayyaa Nutii hundii keenyaa iddoo nageenyaa fi fayyaan isaa eegamettii hojachuuf mirga qabna. Kanaafuu, iddoo kana fakkatuu umuufi beeksisuun gahee keenyaa ni baana. Mallii rawwannaa iddoo addaa addaa haala qabatama nannoo hammatee jiraatuus danboota fi seeroota fayyaa akkasumaas karooraa yeroo hatatamaa beekuufi rawachuuf kutannoo fi qopha’ummaa qabna.

Cabiinsa mirga nama fi Darara Wajjiraa keenyaa dumeen orenjii keessattii obsaa dhabumaan, sodachisoo fi dhaddannoon akkasumaas caabiinsii mirga nama haala kamittuu iddoo hin qabu. Midhan korniyaa irrattii hunda’ee, daddannoo fi soddachisoo, jeequmsa, qoqooduu fi gartumaan, hammachuufi loola barbaduuaadaa hojii keenyaa keessaa balleessuuf tokkumadhaan ni hojanna. Waan kana ta’eef, goochootni akkana kana nannoo hojii keenyattii yoo arginee garee isaa ta’urraa saxillee of keesssa baasuun filannoo keenya.

Dhugaatii nama macheessuu fi baala saammuu nama addoosu Dhugaatii nama macheessuu fi baala saammuu nama addochuu fayya namatiif hammadha. Fayyaa keenyaas ta’ee namootaa nu cina jiraanuu ni jeequ akkasumaas dandeettii hojii hojachuu isaanii ni dhabsisu. Kanaafuu, yoomuu hojirraa jirruu hojillee kan fakkataan ittii gafatamummaa ol’anoon fayyadamuu ykn ammo guutumaan gututtii dhisuutu nurra eegama. Fakkenyaaf tamboo xuuxuu yoo barbadnee tamboo xuuxuudhaaf bakka dhabbatnii qopheessee qofattii xuuxuu qabna. Dhugaatii kan dhugnuus yoo ta’ee ammoo heyyama hogantoota dhabbatichaa irra yoo argannee fi heyyama argannee sagantaa dhabbatichii qopheessee qofa irrattii ta’uu beekuun nurraa eegaama. Haaloota kanaan qofa dhabbatichii akka gaarittii kan ilaaluu.

Ittii fuufinsa Fayyaa dachii irraa jiraanuu eeguuf of eegannoo guddaa ittii fufiinsaan hojanna. Waan kana ta’eef,oomishin dhabbata keenyaa,sirna rawwannaa hojii fi muxxannoon jiruu,dachii teenyaa irrattii midhaa fiduu hubannee fi safarree adeemsa hojii foyya’aa diriirsuuf ni ifajna. Rawwanaa itti fufiinsa qabuuf kutannoo qabnuu filannoo dhunfaa keenyaa irratti dhibbaa fiduus rawwiin hojii dhabbata keenyaa rakkin addunyaa keessaa jirannuu irrattii fiduu hir’isuuf fi haala foyya’aa umuuf waliin hojanna.

Namaa fi Ummamaaf Kabaja Malu KennuuI l ma a n na ma f i qabeenya a u ma ma wa l i i n it t i i fay ya da m nuu n i k abajna . K a na s jechuu n , m i rga a na mu m ma a f i eeny u m ma a , wa l iqi x x u m ma a , na geenya a a k k a su ma a s na n noo fay ya leessa a feed ha a du nyawa a ji r u f ba k k a g udda ken nuu daba lat a .

D U D H A A L E E H O J I I K E E N YA A

Page 9: DANBII NAMUSAA - africa.dummenorange.com · Akka dhabbata daldaalatitis ibsama daldala adunyaa irratti fudhatama qabu ykn hojmata fudhatama qabuu hojirra olchuu qabna. Waan kana ta’eefu,

D U D H A A L E E H O J I I K E E N Y A A | 9

Page 10: DANBII NAMUSAA - africa.dummenorange.com · Akka dhabbata daldaalatitis ibsama daldala adunyaa irratti fudhatama qabu ykn hojmata fudhatama qabuu hojirra olchuu qabna. Waan kana ta’eefu,

1 0 | D A N B I I N A M U U S A A

Mirga kalaqa sammuu Industirii keenyaa keessatti mirgi kalaqa sammuu, mirga kolloneessuu sanyii fi biqiltoota, akkasumaas asxaa daldalaa, soonaa dorgoma tokkoo dorgooma isaa biro irraa kan addaa baasuu ta’uu ni hubanna. kanaafuu, dhabbatni keenyaa Dümmeen Oreenjii mirgii kalaqaa sammuu isaa akkaa kabajamuuf human qabnuu hunda ittii fayyadamna akkasumaas mirga kalaqa sammuu birootiis ni kabajna.

Walqunnamtii Odeefannoo Hawwasumma Odeefannoo dhunfaa, suurawwan, vidiyoowwan fi qabiyyee biraa kan qaban waliqunnamtii dhunfaa hawwasummaa fayyadamuudhaan namoota birootiif mirga qooduu akka qabnu ni hubanna. Saraara walqunnamtii kana fayyadamuun, hojii keenyaarattii, kabaja ogumma keenyaarratii, bu'a qabeessummaa keenyaarrattii, dhabbata kenyaa Dümeen Oreenji irrattii akkasumaas dhibba gaarii ykn midhuu fiduu akka danda'us ni hubanna. Garagarummaa oddeeffannoo dhunfaa fi dhabbatichaa tooraa intarneetaan dabarsinuu fi gaarumma fi midhaa inni fiduu adda baasnee qulqulleesinee dabarsuu qabna. Kanaafuu, qajeelfama itti fayyadama tooraa inteerneeta Dümeen Oreenjii irrattii qajeelfamaa itti aanuu bayyee saphaa garuu murteessoo ta'aan hojirraa olchina. Waltti dhufeenyi hawwasumaa idilee kun kan hin mallee, jibbisisaa fi saafuu hin qabnee yoo ta'ee

qunnamtiin nutii tooraa interneetaatiin goonuus bu'aa walfakkatoo qaba kan jedhuudha.

Odeeffannoo dabarsaanii kennuu dhiisuuAmantaa guddaa Oddeefannoo dhabbataa nu qacaree Dümeen oreenji, dhiyeesitootaa keenyaa, qooda fudhatoota keenya eeguu fi dabarsinee akkaa hin kenninee dirqama nurrattii gatameefi gatii ni kennina.Odeeffannoo iccitii jechuun namoota bayy’eedhaaf ifa hin taanee jechuun,kaaroora hojii,hanga gurgurtaa, odeeffannoo heerega, oddeeffannoo waliigalteewwaanii, ahaadii dhabbata Dümeen Oreenjii fi qaama biro waliin rawwatamee,odeeffannoo human namaa, icciitii daldalaa, mirga kalaqa sammuu, moogaasa maqaa fi mamiloota fi qooda fudhatoota irraa argannuu ta’uu sirrittii hubanna. Odeeffannoowwaan fakkatoo dhabbata keenyaa Dümeen Oreenji, mamilootaa keenyaa, qoodaa fudhatoota keenyaa fi qacartootaa keenya haal-duree tokkoo malee iccitummaa isaanii ni eegna. Odeeffannoo walfakkatoowwan gara seera qabeessaan akka dabarsinuu nuuf heyyamame malee, ykn angoo dabarsuu nuuf kennamee malee qaama sadafadhaaf dabarsinee kennuu irraa of- qusanna. kanaafu, iccitiwaan fakkatoo yoo teesisnuu fi yoo yoo dabarsinuu qaama 3ffaa odeefannoo argachuu hin heyyamaneef harkaa galee akkaa fayyidarraa hin ollee gochuuf ittii gafatamummaa guddatuu nurraa eegama.

Icc iit ii eeg uuAmanamumma itti fufiinsa qabu wa’ilootaa keenyaa, mamilootaa keenyaa fi qoodaa fudhatootaa keenyarraa argachuun jirachuu dhabbata keenyaatiif gahee guddaa akkuma qabu hojmatni iftoomina qabu dudhaa/falasama hojii keenyaati. Hojillee gurguddoo kana lameen rawwannee jechuun odeefannoo namootaa dhunfaaf ibsaman fi maxanfamani fi icciti dhabbata kanaan qofa beekamuu qabaan adda baasnee sirnaan beeknee kabajuun rawwannaa jechuudha.Kanaafu,beekumsi, oddeffannoo fi abbaa qabeenyummaa kalaqaa saammuuofeggannoon qo’annee hojirraa olchinaa.

D U D H A A L E E H O J I I K E E N YA A

Page 11: DANBII NAMUSAA - africa.dummenorange.com · Akka dhabbata daldaalatitis ibsama daldala adunyaa irratti fudhatama qabu ykn hojmata fudhatama qabuu hojirra olchuu qabna. Waan kana ta’eefu,

D U D H A A L E E H O J I I K E E N Y A A | 1 1

Page 12: DANBII NAMUSAA - africa.dummenorange.com · Akka dhabbata daldaalatitis ibsama daldala adunyaa irratti fudhatama qabu ykn hojmata fudhatama qabuu hojirra olchuu qabna. Waan kana ta’eefu,

1 2 | D A N B I I N A M U U S A A

D an d eet t ii C im s uu

Da nbi i n na musa a k u n d habbat a keenya a D ü meen oreenji f i t ajaji la ken nuu f du rsa i si n i i f ga at i i qaba chuu qabat a . K a na a f uu , t ok koo t ok koon hojat oot a a D ü meen Oreenji ga ra ga lcha da nbi i k a na a a k k a qabat uu god ha ma . Q ajeel fa ma keessoot t i f i da nbi i na musa a k a na dubbi suu n a k k a hubat t a a n . Da nbi i n na musa a k u n keessa n wa nt a t a’eef a k k a qajeelt oo ji r uu keessa n it t i a k k a f ud hat t a n i raw wat t a n . Da nbi i n na musa a k u n bu’u ra god hat ee k a n k a’ee d h i m ma t ok koo t ok koo keenya a i la a lat ud ha . Wa a n k a na t a’eef hu nd i i keenya a a k k u ma a k abaja ba rba d nuu ,da nbi i n keenya a t ok koon keenya a i sa a bi rat i i f a k k a m it t i i a k k a a k u nu n sa a ken nu a k k a su ma a s ma qa a d habbat a keenya a a k k a eeg nuu f ha a la a dda at i i n da nbi i qopha’eed ha .

A k k a sa na da a qabat a mat t i da nbi i n na musa a keenya a qa awa na n noo huba n noo f i raw w i i i sa a i r rat t i i uu ma mu f ga a f iw wa a n a k k a ga fa n nuu , soda a keenya a k k a ibsi nu a k k a su ma a s wa nt a i fa h i n t a a nee a k k a qu lqu l leef fa nu a f uu ra it t i ga fat a mu ma a k a n nuu f ken nuu na n noo hoji i i fa t a’eef i deega a ra t u rsi suu f na ma ga rga ra .

Nut i i it t i i ga fat a mt oot n i n , hoga nt oot n i f i hoga nt oot n i ol’a n noon wa’i loot a hoji i keenya a bi roo i r rat t i i it t i ga fat a mu m ma f ud ha n nee d i rqa ma da nbi i na musa a k a na k aba ch i suu f i fa k keenya ga a r i i t a’a nee hoga nuu ba a n nee ji ra . G a r uu hojat a a n D ü meen Orenji sa da rk a a k a m i r ra a ji r uu yeroo f i ha a la k a m i nuu wa nt a si r r i i t a’ee qofa hoja chuu jechuu n da nbi i n na musa a keenya a a k k a h i n cabne d hork uu , eeg uu f i si r r i i t a’ee a n h i n mu l’a n nee yk n fa l la a na musa a wa nt i t a’e yoo raw wat a muu sa x i luu f it t i i ga fat a mu m ma a g uddat uu na r ra ji ra .

D A N B I I NA M U U S A A K A B A J U U

4

Page 13: DANBII NAMUSAA - africa.dummenorange.com · Akka dhabbata daldaalatitis ibsama daldala adunyaa irratti fudhatama qabu ykn hojmata fudhatama qabuu hojirra olchuu qabna. Waan kana ta’eefu,

D A N B I I N A M U U S A A | 1 3

Page 14: DANBII NAMUSAA - africa.dummenorange.com · Akka dhabbata daldaalatitis ibsama daldala adunyaa irratti fudhatama qabu ykn hojmata fudhatama qabuu hojirra olchuu qabna. Waan kana ta’eefu,

1 4 | D A N B I I N A M U U S A A

Cabiinsa Namusaa Beeknetiis haata’uu osoo hin beekiin ykn miraa maaltuu nagalcheettiin dhidhibamnee, danbii namuusaa keenyaa darbudhaan hojata kamirattiis ta’ee dhabbata keenyaa Dümeen Orenji irrattii midhaa akka geesisu ni hubanna. Dhabbatnii keenyaa cabiinsa namuusas ta’ee caabinsa namusaa shakkiin qabamee guutumaan guututtii qajeelaa fi kutannoodhaan tattaffi fi ifajee godhuu ni kabajna.Garuu cabiinsi namusaa tokkoo tokkoo haala sirreefamaa fudhannaa tarkaanfi namusaa Dümmen Orange ol ta’uu akka danda’ani hubannus qaama 3ffaa fayyadamuudhaan ykn karaa biroohordoofudhaan namusaa keenyaa cabsuu daraan balaleeffanna. Kana malees, danbii namausaa keenyaa cabsuun tarkaanfi namusaatiif akka nu saxiluuf hojirralle akka nu gageesisisuu hubachuu qabna.

C a b i i n s a D a nb i i Na mu s a a Q a a m a I l a a l a t uu f S a x i luu Cabiinsa namusaa yeroon qaama ilaalatuttii gabafameerra cabiinsi namusaa dhoksaadhaan caalifamee bira darabamee midhaa guddaa jiruu dhabbata keenyaa irrattii akka fiduu ni beekna.Waan kana ta’eef, caabinsa namusaa ifattii mul’atanii fi shakkinee, battalattii qaama deebii ittii kennuu fi sirreessuuf angoo qabuttii beeksisuu qaba. Hojii kan yoo rawwannee qajeelfama Dümeen Orenji cabiinsa danbii saxileessuu ilaalchisee baase kabajnee jirra jechuudha. Haata’u malee, hojii kan fakkatuu yeroodhani fi battalattii qaama ilaalatuuf gabaasu dhabuun danbii namusaa kan cabsuu ta’uu hubachuu qabna.

Haal-duree tokkoo malee wanta sirrii ta’ee qofa haa hojannuu Haala salphaan yoo ibsamu cabiinsa namusaa jechuun wantaa sirrii ta’ee hojachuu dadhabuu jechuudha.Cabiinsi danbii yeroo tokkoo tokkoo haala ifaaf walxaxoo hin taneen yoo rawwatamuu yeroo biro ammo haala walxaxoo fi qorannoo birootiif nama saxiluun rawwatamuu. Hojattootaa kenyaa sirrittii amana, afuura gaaridhaanis ittii gafatamumma isaani akka bahan abdii goona. Waan kana ta’eef, amantiin ol’anaan hojattoota keenyaa irrattii qabnuu, danbiin namusaa keenya akkasumas rakkinii dhabbata keenyaa karaa sirrii fi loogiin hin jirreen furuuf kutannoo qabnuu waliin ida’amanii cabiinsa danbii saxillee baasuf, qaama ilaalatuuf beekisisuuf fi furuuf adeemsa kara sirriitiin bocuuf nu gargara.

CABIINSA NAMUSAA FI SAXILUU

5

Page 15: DANBII NAMUSAA - africa.dummenorange.com · Akka dhabbata daldaalatitis ibsama daldala adunyaa irratti fudhatama qabu ykn hojmata fudhatama qabuu hojirra olchuu qabna. Waan kana ta’eefu,

C A B I I N S A N A M U S A A F I S A X I L U U | 1 5

Adeemsaa Cabiinsa Namusaa Saaxiluu Mija’ina, iccitummaa fi amanta Hojattoota keenyaatiif jechaa Dümeen Orenji karaa cabiinsi namusaa ittiin saxilamuu filannoo lama mijesseera.

Filannoo Isaa Duraa: Caabiinsaa namusootaa Hogannaa Ol’ana

keessaan ykn qajeelchaa humna namattii kallatiin himaa. Hogaansii taateen kun ittii beeksifamee wa’ee danbii fi qajeelfamichaa ibsa dabalata kennuun, gorsa kennuun,deegarsaa gochuun akkumaa barbachisummaa isaattii furmata kennaa ykn dhimmichii sadarkaa ol’anattii akka ilaalamuu taasisaa.

Filannoo Lammaffaa : Bifumaa kaminuu Hogannaan ol’aanaan

keessaan ykn Hogannaan qajeelchaa humna namaa cabiinsaa namusaa irrattii yoo hirmaataan ykn harkii isaanii keessaa jiraa jettaani ykn taatee caabiinsa namusaa isaan waliin dubbachuun mija’inaa yoo isiniif hin kenninee caabiinsa baadii namusaa kamiyyuu gara toora imeelaa Confidential Adviser@D ummenOrange.com jedhamuun erguun beeksisuun ni dandeessuu. Ibsi bal’inaa Imamata ibsa baadii namusaa irrattii tarra’ee argama.

Midhaa irra gahuu Dümen Orenji karaa sirrii cabiinsi namusaa ittiin saxilamuu hordofaanii odeeffannoo cabiinsa namusaa saxilaan kamifiyyuu midhaa irraattii qaqabuu irraa ni eegaa, akkasumaas irraa dhorka.Dümeen Orenji caabinsa namusaa ilaalachisee odeefannoo kennamani fi akkasumaas qorannoo biraatiif kan akkeekani iccitummaa isaanii sirrittii eeguufi bekamtumma kennuuf akka qabatuu ni amana. Kanaafuu,isiin yaada gaaridhaan cabiinsa namusaa yoo saxiltaan haaloota saxiiluu keessaniin midhaan tokkollee sinirra wantaa hin geenyeef sodaa hin qabaatina.

Page 16: DANBII NAMUSAA - africa.dummenorange.com · Akka dhabbata daldaalatitis ibsama daldala adunyaa irratti fudhatama qabu ykn hojmata fudhatama qabuu hojirra olchuu qabna. Waan kana ta’eefu,

1 6 | D A N B I I N A M U U S A A

Kut tann o o Soch i i f i gocha a t ok koo t ok koof qajeel fa ma a Umuut t i ( ba a sut t i) h i n a ma nu . Ha at a’uu ma lee, D ü meen Orenji i s t a’ee hojat t oot n i keenya hu nd i soona lee wa l i i n it t i i fay ya da m nuu n bu’a a qabeessa a k k a t a’a n sha k k i i h i n qabu .

Wa a n k a na t a’eef, a n i da nbi i na musa a k a na , soona lee ma m i loot a keenya a f bu’uu ra t a’a n i a k k a su ma s sa fa r t u lee hogay y uu hoji i f i da la ga a ga a r i i hoja chuu f nu da ndeesi sa n k abajuu f i hoji r ra olchuu f k ut a n noon qabuu n i n i ibsa , wa a da k iy ya a s n i n ken na . Isi n n i s ha a lu ma wa l fa k k at uu n a na f i s t a’ee way i loot a hoji i wa l i i n . Hojat t a a n i i f wa a da a a k k a ga lt a n i f i wa a da a ga l leessi r r it t i i a k k a eeg nuu abd i i n god ha .

Ha n ga k a m iy y uu ga a f iin wa l x a x a oo f i ra k k isoo t a’a n is deebiin isa S a lph a d h a . In n iis wa a n sir r ii t a’ee qofa hoja chuu a k k a t a’ee y a a da d hu .

ERGA A CUFIINSA HOGANNA OL’A ANA A

6

Page 17: DANBII NAMUSAA - africa.dummenorange.com · Akka dhabbata daldaalatitis ibsama daldala adunyaa irratti fudhatama qabu ykn hojmata fudhatama qabuu hojirra olchuu qabna. Waan kana ta’eefu,

E R G A A C U F I I N S A H O G A N N A O L ’ A A N A A | 1 7

DÜMEEN ORENJI ISINIIN WANTA SIRRII T A’ E E N I H O J A T A .

AMALLI KEENYA INJIFANNO KEENYA

Page 18: DANBII NAMUSAA - africa.dummenorange.com · Akka dhabbata daldaalatitis ibsama daldala adunyaa irratti fudhatama qabu ykn hojmata fudhatama qabuu hojirra olchuu qabna. Waan kana ta’eefu,

D u m m e n O r a n g e . c o m

©2017, Dümmen Orange®